Browsing Category
Idil Addunyaa
Gaazaatti balaa abiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 27, 2012 (FBC) – Gaazaa Seerxiitti balaa abiddaa qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbuun himame.
Balichi mana daabboo tolchaan keessaa ka’uu dubbatameera.
Kanneen…
Barreessaan oolaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii duraanii umrii waggaa 100tti boqatan
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Barreessaan oolaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii duraanii umrii isaanii waggaa 100tti boqatan.
Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummootaa…
Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Doolaara biiliyoona 50 deeggarsaan laate
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa vaayrasii koroonaa ittisuuf Doolaara biiliyoona 50 deeggarsaan laate.
Dhaabbatichi biyyoota vaayrasii koroonaan…
Kaalifoorniyaan vaayrasii koroonaan walqabatee labsii yeroo muddamaa labsite
Finfinnee, Gurraandhala 26, 2012 (FBC) – Bulchiinsa Kaaliforniyaatti namni tokko vaayrasii koroonaatin du’uun walqabatee bulchiinsichi labsii yeroo muddamaa labseera.
Ameerikaatti…
Balaa bubbee cimaa Ameerikaatti qaqqabeen lubbuun namoota 25 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Ameerikaa bulchiinsa Teenaasee magaalaa Naashiviileetti balaa bubbee cimaa mudateen lubbuun namoota 25 darbuu himameera.
Namoota 150…
Lammiileen Chaayinaa kumni 47 ol Vaayrasii Koroonarraa fayyan
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Laammiilee Chaayinaa Vaayrasii Koroonaaf saaxilaman kuma 80 fi 422 keessaa namoonni kumni 47 fi 260 guutumaan guutuutti fayyuu isaanii ibsame.…
Baqattoonni Liibiyaa keessa turan kumni 50 gara biyyarraa dhufanitti deebi’an
Finfinnee, Gurraandha 25, 2012 (FBC) - Baqattoonni Liibiyaa keessa turan kumni 50 gara biyyarraa dhufaniitti deebi’uu isaanii dhaabbanni Yaa’insa Baqattootaa Idila Addunyaa beeksise.…
Iiraan tatamsa’ina Vaayrasii Koroonaa to’achuuf hidhamtoota kuma 54 yeroof hiikte
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Iiraan tatamsa’ina Vaayrasii Koroonaa to’achuuf lammiilee mana sirreessaa keessa jiran kuma 54 yeroof hiikuu ishee dhaga’ame.
…
Baankiin Addunyaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Doolaara biiliyoona 12 kennuuf…
Finfinnee, Gurraandhala 25, 2012 (FBC) – Baankiin Addunyaa tamsa’ina vaayrasii koroonaa ittisuuf Doolaara Ameerikaa biliiyoona 12 deeggarsa taasisuuf waadaa galeera.
Baankichi gargaarsa…
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Iiraan 23 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Iiraan 23 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsameera.
Itti aanaan dura taa’aa mana marichaa ibsa…