Browsing Category
Idil Addunyaa
Jilli Paarlaamaa Gamtaa Awrooppaa, Gamtaa Afrikaa daawwachuufi
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Jilli Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa Kamisa dhufu Gamtaa Afrikaatti daawwannaa ni taasisa jedhame.
Daawwannaa isaanitiin hoggantoota Gamtaa…
Kooriyaan Kaabaa vaayrasii koroonaa sodaachuun lammiilee biyyoota garagaraa 380 gara bakka turtiitti…
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa vaayrasii koroonaa sodaachuun lammiilee biyyoota garagaraa 380 gara bakka turtiitti galchite.
Gara bakka turtiitti kan fudhataman…
Preezdaant Doonaald Traamp daawwannaa hojiif Hindi galan
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) – Preezdaant Doonaald Traamp daawwannaa hojiif Hindi galan.
Preezdaantin Yuunaaytid Steet Doonaald Traamp Hinditti kan taasisaa daawwaanaa hojii…
Niijar miseensota garee shororkeessaa 120 ajjeesuu beeksifte
Finfinnee, Gurraandhala 16, 2012 (FBC) - Niijar miseensota garee shororkeessaa 120 ajjeesuu beeksifte.
Naannoo Kibba Dhihaa Niijaritti kan bobba’ee humni waraanaa Niijarii fi ajajni…
Chaayinaatti dabalataan hospitaalonni yeroo 19 ijaaramuufi
Finfinnee, Guurandhala 14, 2012 (FBC) – Chaayinaa bulchinsa Wuuhaan keessatti dabalataan hospitaalonni yeroo 19 ijaaramuufi.
Iddoo argama vaayrasichaa kan taate Chaayinaan namoota…
Riik Maachaar itti aanaa preezdaantii biyyattii ta’uudhan muudaman
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Hogganaan mormitoota Sudaan Kibbaa Dooktar Riik Maachaar itti aanaa preezdaantii biyyattii ta'uudhan muudaman.
Muudamni isaanii mormitoonnii fi…
Biyyoonni sirna fayyaa cimaa ijaaruu qabu- Dooktar Teediroos Adihaanoom
Finfinnee, Gurraandhala 14, 2012 (FBC) - Biyyoonni sirna fayyaa cimaa ijaaruu akka qaban daayreektarri olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teediroos Adihaanoom dhaamaniiru.…
Dooniin baqattoota 91 qabattee imalaa turte galaana meditiraaniyaatti badde
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Dooniin baqattoota 91 qabattee imalaa turte galaana meditiraaniyaatti baduun isheen ibsame.
Qarqara liibiyaati ka’uun gara Awurooppaa galuuf…
Ejansiin nageenya odeeffannoo Ameerikaa miidhaaf saaxilamuu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Ejansiin nageenya odeeffannoo Ameerikaa miidhaa saayibariif saaxilamuu ibsame.
Ejansichi hariiroo raayyaa ittisaa gurguddoo biyyattii dabalatee…
Humnoonni mormituu Sudaan Kibbaa mootummaa biyyaalessaa tokkummaa hundeessuf walii galan
Finfinnee, Gurraandhala 13, 2012 (FBC) – Humnoonni mormituu Sudaan Kibbaa mootummaa biyyaalessaa tokkummaa hundeessuf walii galan.
Gaggeessan garee finciltootaa Sudaan Kibbaa Riikaa…