Browsing Category
Idil Addunyaa
Dr Warqinah daawwii hojiitif Suudaan jiru
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoon Suudaan jiru.
Dooktar Warqinah daawwii hojii isaanii…
Balaa xiyyaara Yuukreeniin lubbuun imaltoota 176 darbe
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) –Xiyyaarri Yuukreen imaltoota 180 fe’ee magaalaa guddittii Iiraan Teehiraanii gara Keev imalaa ture kufee caccabuun miidhaa geessisuun isaa himame.
Balaa…
Iiraan buufata looltoota Ameerikaa haleelte
Finfinnee, Muddee 29, 2012 (FBC) - Iiraan buufata looltoota Ameerikaa haleelte.
Haleellaa baalastiik miisaa'elaa Iiraanin buufataaleen humna qilleensaa Ameerikaa lama…
Tuurk loltootashee gara Liibiyaatti erguu eegalte
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) – Tuurk loltootashee gara Liibiyaatti erguu eegalte.
Preezdaantiin Tuurk Reeship Taayip Erdoogaan murtee paarlamaan biyyatti dabarseen walqabatee…
Iiraan waliigaltee Misooma Nuuklaarii diiguu ishee beeksifte
Finfinnee, Muddee 27, 2012 (FBC) Iiraan waliigaltee misooma Nuuklaarii dhaabuu bara Faranjootaa 2015 mallatteessite diiguu ishee beeksiifte.
Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Soleemaanii booda…
Lammileen Iraan kuma 100 ol ta’an reeffa Qaasim Solemaanii simatan
Finfinnee, Muddee 26, 2012 (FBC) - Lammileen Iraan kuma 100 ol ta'an reeffa Qaasim Solemaanii magaalaa biyyattii Ahvaaz simachuun gadda isaanii ibsataa oolan.
Janaraal Qaasim Solemaanii…
Ajjeechaan Jeneraal Qaasiim Suleemaanii waraana dhaabsisuuf malee eegaluufii miti – Donaald…
Finfinnee, Muddee 25, 2012 (FBC) - Hogganaa humna waraanaa Iiraan Jeneraal Qaasiim Suleemaanii Ameerikaan ajjeesuun ishee waraana dhaabuuf malee eegaluufii miti jedhan preezedaantin…
Hoggantoonni olaanoo Iiraan Ameerikaadhan ajjeefaman
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) –Hoggantoonni olaanoo humna waraanaa fi paarlaamaa Iiraan xiyyaara waraanaa Ameerikaatin ajjeefamuun himame.
Hogganaan humna waraanaa Iiraan…
Balaa Ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lubbuun namoota 18 darbe
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) - Balaa ibiddaa bosona Awustiraaliyaatti mudateen lakkoofsi namoota du’anii 18 irra yoo ga’u manneen kumni 1 fi 300 barbadaa’uu Muummeen Ministiraa biyyaatti…
Indooneezhiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 21 darbe
Finfinnee, Muddee 23, 2012 (FBC) – Indooneezhiyaa magaala Jakaartaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 16 darbuu himame.
Rooba cimaa roobeen Jaakartaatti miidhaan namaa fi qabeenya…