Browsing Category
Idil Addunyaa
Itti aanaan daayreektara Hoospitaala Giddugala Wuhaan vaayrasii koroonaan lubbuun isaa darbe
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Itti aanaan daayreektara Hoospitaala Giddugala Wuhaan vaayrasii koroonaan lubbuun isaa darbe.
Itti aanaan daayreektara Hoospitaala Giddugala…
Taalibaan loltoota Afgaanistaan irratti haleellaa kan itti fufu ta’uu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) - Taalibaan loltoota mootummaa Afgaanistaan irratti haleellaa raawwatu cimsee kan itti fufu ta'uu beeksise.
Taalibaan nageenya waaraa…
Kooriyaan Kaabaa diippiloomaatonni biyyattii gadi dhiisanii akka ba’an eeyyamte
Finfinnee, Gurraandhala 24, 2012 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa sababa dhibee Koroonaatin diippiloomaatota biyyattii gadi dhiisanii ba’uu barbaadaniif eeyyama laatte.
Daandiin Qilleensaa…
Kooriyaa Kibbaatti guyyaa takkaan namoonni 594 koroonaa vaayrasiif saaxilaman
Finfinnee, Gurraandhala 21, 2012 (FBC) - Kooriyaa Kibbaatti guyyaa takkaan namoonni 594 koroonaa vaayrasiif saaxilamuun argamaniiru.
Guyyaa takkaan namoonni haaraan koroonaa vaayrasiif…
Haleellaa Idliibitti raawwatteen loltoonni Tuurk 33 ajjeefaman
Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC) – Haleellaa Loltoonni Bashir Alaasaad Sooriyaa bulchiinsa Idliibiitti raawwataniin loltoonni Tuurk 33 ajjeefamuu ibsameera.
Loltoonni kunneen…
Saawudiin sababa sodaa koroonaa vaayrasiif imala Makkaa fi Madiinaa dhorkite
Finfinnee, Gurraandhala 19, 2012 (FBC) – Saawudi Arabiyaa sababa sodaa koroonaa vaayrasiif imala Makkaa fi Madiinaa dhorkite Vaayrasichii kan mul’ate Chaayinaa ta’us tamsa’inni isaa sodaa…
Vaayrasiin koroonaa ariitiin babal’achaa jira jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Vaayrasiin koroonaa ariitiin babal’achaa jiraachuun ibsame.
Aljeeriyaan, Gibtsitti aanuun Afrikaatti biyya lamaffaa aardichaa vaayrasiin keessatti…
Faawundeeshiniin Biil End Meeliindaa Geetis hoomaa Awwaannisaa ittisuuf deeggarsa Doolaara…
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Faawundeeshiniin Biil End Meeliindaa Geetis weerara hoomaa Awwaannisaa ittisuuf deeggarsa Doolaara miiliyoona 10 Baha Afrikaaf taasise.
Deeggasrsi…
Preezdaantiin Gibts duraanii Hosnii Mubaarek boqotan
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) –Waggoota 30 Gibts kan gaggeessaan Hosnii Mubaarek boqotan
Mubaarek bara Franjoota 2011 humna waraanaan angoo akka gadi lakkisan ta’eera.…
Biyyoonni Afrikaa sadi vaayrasii koroonaan bal’inaan saaximaluu danda’u- Qorannoo
Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Afrikaatti biyyoonni sadi vaayrasii koroonaaf carraa saaxilamuu olaanaa akka qaban qorannoon idil addunyaa tokko ifoomse.
Akka ibsa qorannoo…