Browsing Category
Idil Addunyaa
Ogeessi saayinsii kompiwutaraa ‘cut, copy fi paste’ kalaqe boqote
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) - Ogeessi saayinsii kompiwutaraa Laarii Teesilar waggaa 74tti boqote.
Dhaabbata Zeerooks jedhamu lafa Tesilar jiruu isaa yeroo dheeraa dabarse…
Haleellaa Jarman keessatti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 12, 2012 (FBC) – Haleellaa Jarman dhihaa magaalaa Hanaaw keessatti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbuu poolisiin biyyattii beeksiseera.
Haleellaa hoteela keessatti…
Mootummaan Liibiyaa marii nageenyaa keessa ba’uu beeksise
Finfinnee, Gurraandhala 11, 2012 (FBC) - Mootummaan Liibiyaa Dhaabbata Motummoota Gamtoomaniin deeggeramu marii nageenyaa keessa ba’uu beeksise.
Mootummaan dhaabbatichaan deeggaramu…
Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa Liibiyaatti daddabarsa meeshaa waraanaa to’achuuf waliigalan
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa Liibiyaatti daddabarsa meeshaa waraanaa to’achuuf mala haaraa diriirsuuf waliigalan.
Biyyoonni miseensa…
Niijeeritti namoonni balaa walirra ejjechuu qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) - Niijeeritti namoonni gargaarsa fudhachuu wayita eegatanitti balaa walirra ejjechuu qaqqabeen lubbuun namoota 20 darbe.
Balaan kun kan qaqqabe…
Isaayyas Afawarqii daawwannaa hojiif gara Saawuud Arabiyaa imalan
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqii guyyoota sadiif daawwannaa hojiif gara Sawuud Arabiyaa imalaniiru.
Preezdaantichi gara biyyichaa kan…
Haleellaa baadiyyaa Kaameeroon keessatti raawwateen namoonni 22 lubbuun darban
Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Haleellaa baadiyyaa Kaameeroon keessatti raawwateen namoonni 22 lubbuun darban.
Kaaba Lixa Kaameeroonitti namoonni 22 ajjeefamanuusaanii dhaabbanni…
Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mootummaa waloo hundeef haala mijeessaa jiraachuu ibsan.
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Mootummaa waloo hundeef haala mijeessaa jiraachuu ibsan.
Saalvaa Kiir ibsa har’a laataniin,…
Afrikaatti dhukkubsataan Vaayrasii Koroonaa jalqabaa Gibtsitti argame
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2012 (FBC) – Afrikaatti dhukkubsataan jalqabaa Vaayrasii Koroonaa Gibtsitti argamuu isaa mirkanaa’e.
Gibtsitti namoota dhibichaan shakkaman keessaa namni tokko…
Xiyyaaronni dhaabbata mootummoota gamtoomanii gara Liibiyaatti hin balaliine dhorkaman
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Xiyyaaronni dhaabbata mootummoota gamtoomanii gara Liibiyaatti akkasumas Liibiyaarraa gara biyyoota biroos akka hin balaliine dhorkaman.
Humnoonni…