Browsing Category
Idil Addunyaa
Lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii fi du’an ariitiin dabalaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii fi du’an ariitiin dabalaa jira jedhame.
Guyyaa kaleessaa qofa bulchiinsa Huwaan, magaalaa Hubeey…
Soomaaliyaatti yakkamtoonni shamarraan umurii waggaa 12 dirqiin gudeedan adabbii du’aan adabaman
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Soomaaliyaa Kaaba Bahaatti yakkamtoonni shamarree umurii waggaa 12 dirqiin gudeeduun lubbuu dabarsan adabbii du’aan adabaman.
Baatii Gurraandhala…
Tuurk loltoonni Sooriyaa 51 Idliibitti ajjeefamuu beeksifte
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Tuurk loltoonni Sooriyaa 51 Idliibitti ajjeefamuu beeksifteetti.
Tuurk guyyaa kaleessaa kaaba dhiha Sooriyaatti loltoonni mootummaa 51 ajjeefamuu…
Sudaan preezdaanti duraanii Omar Al Bashir Mana Murtii Yakkaa Idila Adunyaa (ICC) dabarsitee kennufi
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Sudaan preezdaanti duraanii Omar Al Bashir Mana Murtii Yakkaa Idila Adunyaa (ICC) kan magaalaa Haaguutti dabarsitee kennuuf akka tahe manni maree…
Chaayinaatti namoonni vaayrasi koroonaan du’an kuma 1 ol ta’e
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Chaayinaatti namoonni vaayrasi koroonaan du’an kuma 1 ol ta’eera.
Chaayinaan anga’oota olaanoo vaayrasi koroonaa hin ittisne hojjirra kan…
Naayjeeriyaatti miidhaa qaama hidhateen qaqqabsiifameen lubbuun namoota 30 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) -Naayjeeriyaatti miidhaa qaama hidhateen qaqqabsiifameen lubbuun namoota 30 darbe.
Kaaba baha Naayjeeriyaa bulchiinsa Burnootti miidhaa qamni hidhate…
Loltoonni Yugaandaa Awwaannis ittisuurratti bobba’uufi
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Yugaandaan weerara hoomaa Awwaannisaa biyyatttiitti hammaachaa jiru ittisuuf loltoota bobbasuuf akka ta’e beeksiifte.
Hoomaan Awwaannisa gammoojjii…
Hoggantoonni Afrikaa karoora nageenyaa Traamp qeeqan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa karoora nageenyaa preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Israa’eelii fi Filisxeem ilaalchisuun dhiyeessan qeeqaniiru.…
Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’uu, Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Ameerikaan biyyoota Afrikaa waliin tumsaan kan hojjettu ta'uu, Dhaabbanni Gargaarsaa Ameerikaa(USAID) beeksise.
Ameerikaan hidhata…
Miisisiippitti balaa ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Miisisiippitti balaa ibiddaa qaqqabeen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 6 darbuun dhaga’ameera.
Qondaaltonni biyyattii, balaa ibiddaa mudateen…