Browsing Category
Idil Addunyaa
Preezdaantin Tuuniziyaa karoora nageenya Giddugala Bahaa morman
Finfinnee, Amajjii 22, 2012 (FBC) - Preezdaantin Tuuniziyaa Kayis Sayid karoora nageenyaa Giddugala Baha mormaan.
Preezdaantichi karoora nageenya preezdaanti Ameerikaa Doonald Traamp …
Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo ta’an deebisee too’ate
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Waraanni mootummaa Sooriyaa magaalota murteessoo mormitootan qabamanii turan deebisee too’achuu beeksise.
Akka miidiyaan biyyaalessaa biyyattii…
Traamp karoora nageenya giddugala bahaa ifoomsan
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp karoora nageenyaa giddugala bahaa ifoomsaniiru.
Traamp karooricha muummee ministiraa Israa’eel Beeniyaamiin…
Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu qopheessufi
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) - Chaayinaan talaallii vaayrasi koroonaa ittisu ariitiin qopheessufi.
Projaktiin talaallii mRNA vaayrasi koronaarratti xiyyeefate ariitiin xumuramuu…
Liibiyaatti walitti bu’iinsa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoof saaxilaman
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Liibiyaatti walitti bu’insa hammaachaa dhufeen baqattoonni rakkoo cimaaf saaxilamuun himame.
Falmitoonni mirga namoomaa Liibiyaatti walitti bu’insa…
Traamp dhimma Liibiyaa fi Sooriyaa irratti Erdoohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp gita isaanii preezdaantii Tuurk Rasip Xayib Erdoohaan waliin dhimmoota rakkoo nageenya Liibiyaa fi Sooriyaa…
Preezdaantiin Soomaaliyaa daawwanna hojiif Asmaraa galan
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Soomaaliyaa Mahaammad Abdulaahii Mahaammad daawwannaa hojiif Asmaraa galaniiru.
Wayita Preezdaantichi Asmaraa ga’anitti Preezdaantiin…
Biraazilitti balaa lolaa fi sigiga lafaan lubuun namoota 30 darbe
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Biraazilitti rooba cimaa roobeen walqabatee balaa lolaa fi sigiga lafaa uumameen lubbuun namoota 30 darbe.
Rooba cimaa bulchiinsa Miinaas Geraaysi…
Imbaasii Ameerikaa Baagdaaditti argamurratti haleellaan rokkeetti qaqqabe
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Magaalaa guddoo Iiraaq Baagdaaditti kan argamuu imbaasii Ameerikaarratti haleellaan rokkeettii qaqabuun dhaga’ame.
Haleellaan rokkeetti sadii kan…
Chaayinaatti koronaavaayirasiin hanga ammaatti lubbuu namootaa 41 darbe
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) – Chaayinaatti koronaavaayirasiin hanga ammaatti lubbuu namootaa 41 darbe.
Addunyaan waa’ee vaayirasii kanaa yaaddoo keessa seenuun, biyyoonni…