Browsing Category
Idil Addunyaa
Tuurkitti balaa kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota 20 darbe
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) - Tuurkitti balaa kirkira lafaa mudateen lubbuun namoota 20 darbuun dhaga’ame.
Balaa kirkira lafaa maagniitiyuudii 6.8 mudatee kanaan gamoowwan heedduun…
Balaa hombobbolessaa Ispeenitti muudateen lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) - Balaa hombobboleessaa Ispeeniitti muudateen lubbuun namoota 13 yoo darbu, namoonni 4 ammoo as buuteen dhabamuu ibsame.
Dambalii cimaa Baha…
Hoomaan awwaannisaa Gaanfa Afrikaatti muudate waggoottan 25 as isa hammaatadha jedhame
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Hoomaan awwaannisaa Gaanfa Afrikaatti muudate waggoottan 25 as kan bara kanaa hammaataa ta’uun ibsame.
Hoomaan bara kana Baha Afrikaatti muudate…
Traamp dubartoota ulfa gara Ameerikaa imalan ittisuufi
Finfinnee, Amajjii 15, 2012 (FBC) – Bulchiinsi preezdantii Ameerikaa Doonaald Traamp hojimaata dubartoonni ulfaa Ameerikaa akka hin seenne dhoorku hojiirra oolchufi.
Hojimaatichi guyyaa…
Traamp karoora nageenya giddugala bahaa Kibxata dhufu kan ifoomsan ta’uu himan
Finfinnee, Amajjii 15, 212 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp karoora nageenyaa giddugala bahaa Kibxata kan ifoomsan ta'uu himaniiru.
Preezdaantichi karoora nageenyaa kana…
Sadarkaa idil addunyaatti biqiltuun tiriiliyoona 1 dhaabamuufi
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Sadarkaa idil addunyaatti biqiltuun tiriiliyoona 1 dhaabamuufi
Jijjiirama qabeenya qilleensaa hammaacha dhufe kana dandamachiisuuf mootummoonni yaa’ii…
Lammiileen Soomaaliyaa miiliyoonni 3 deeggarsa barbaadu- Dhaabbata Mootummoota Gamtooman
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Lammiileen Somaaliyaa miiliyoona 3 ta'an deeggarsi Doolaara Ameerikaa biiliyoonni 1 akka barbaachisu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.…
Chaayinaa keessatti Vaayrasii haaraan Koronaa jedhamu lubbuu namoota du’anii 17 ga’e
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Chaayinaa keessatti Vaayrasii haaraan Koronaa jedhamu lubbuu namoota 17 darbuu isaa aangawoonni tajaajiila eegumsa fayyaa biyyatti beeksiseera.…
Girik yeroo jalqabaaf preezdaantii dubartii filatte
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Girik yeroo jalqabaaf preezdaantii dubartii filatte.
Preezdaantii haaraan tun preezdaant Piirookooppiis Paavoolopolos bakka bu’uun baatii…
Seeneetiin Ameerikaa % 51 Traamp aangoo irraa akka ka’an sagalee kan laatan ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Seeneetiin Ameerikaa % 51 Preezdaant Traamp aangoo isaanii irraa akka ka’an sagalee kan laatan ta’uu ragaan funaanname ni agarsiisa.
Seeneetiin…