Browsing Category
Idil Addunyaa
Mootummaan Sudaanii fi gareen finciltootaa Daarfuur mana murtii waloo hundeessuf waliigalan
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Mootummaan Sudaanii fi gareen finciltoota Daarfuur yakka waraanaa Daarfurii fi miidha mirga namoomaa kan ilaalu mana murtii addaa hundeessuf waliigalan.…
Yaahiyyaa Jaameeh gara biyyaa yoo deebi’an to’annoo jala ni oolfamu jedhame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Preezdaantiin Gaambiyaa duraanii Yaahiyyaa Jaameeh gara biyyaa yoo deebi’an to’annoo jala oolfamuun kan himataman ta'uun ibsame.
Preezdaantiin…
Haleellaa wiirtuu leenjii loltoota Yaman irratti qaqqabeen lakkoofsi namoota du’anii 111 ga’e
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Haleellaa misa’eelaan tibba darbe wiirtuu leenjii loltoota Yaman irratti qaqqabeen lakkoofsi namoota du’anii 111 ga’eera.
Haleellaan misaa’eelaa kun…
Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodooksii biyyoota addaddaatin kabajame
Finfinnee, Amajjii 11, 2012 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa hordoftoota amantaa Ortodooksii biyyoota addaddaatin kabajame.
Ayyaanichi Ityoophiyaa dabalatee, Eertiraa, Ruusiyaa, Boosiiniyaa,…
Namichi gabaabinaan addunyaarratti beekamtii qabu umrii isaa waggaa 27tti boqate
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Namichi gabaabinaan addunyaarratti beekamtii qabu umrii isaa waggaa 27tti du’aan addunyaa kanarraa boqateera.
Namichi gabaabaan addunyaa du'aan boqate…
Chaayinaatti ammeentaan daa’imman waggaan dhalatanii waggaa 70 as kan bara Faranjootaa 2019 isa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Chaayinaatti ammeentaan daa’imman waggaan dhalatanii erga bara Faranjootaa 1949 as kan bara Faranjootaa 2019 isa gadi aanaa ta’uun himame.
Bara…
Seeneetiin Ameerikaa adeemsa himannaa Doonaald Traamp irratti banamee ifaan eegalchiise
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Ameerikaa adeemsa himannaa Doonaald Traamp irratti baname ifaan eegalchiise
Manni marichaa miseensota adeemsa himannaa…
Kibba Afrikaatti namoonni miiliyoona 45 ol hanqina nyaataaf saaxilaman
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Sagantaan Nyaataa Kibba Afrikaatti namoonni miiliyoona 45 ol hanqina nyaataaf saxilamuu beeksise.
Namoota hanqina…
Miihaayil Mishuustiin Muummee Ministiraa Raashiyaa ta’uun mudaman
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Manni maree Raashiyaa Miihaayil Mishuustiin muummee ministiraa akka ta’aniif mudama dhiyaate mirkaneesse.
Preezdaant Bilaadmiir Puutiin heerri…
Sooriyaatti haleellaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namoota 18 darbe
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) - Sooriyaa magaalaa Iidiliibitti haleellaa xiyyaaraa qaqqabeen lubbuun namoota 18 darbuun himame.
Haleellaan qaqqabee kun magaalaa Iidiliib keessaatti kan…