Browsing Category
Idil Addunyaa
Hindi lammiilee ishee biyyoota garaagaraa jiraatanirra Doolaara Biiliyoona 100 fi Biiliyoona 29…
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Hindi lammiilee ishee biyyoota garaagaraa jiraatanirraa Doolaara Biiliyoona 100 fi biiliyoona 29 argachuun ibsame.
Bara faranjoota 2024tti Hindi…
Moozaambiikitti Rooba Omboboleessa cimaan walmakee roobeen Lubbuun namoota 73 darbe
Finfinnee, Mudde 11, 2017 (FMC) – Kaaba Moozaambiikitti Rooba Omboboleessa cimaan walmakee roobeen Lubbuun namoota 73 darbuu Mootummaan biyyattii beeksise.
Balicha hordofee har'a halkanii…
Pireezidaanti Putiin Tiraampi waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Mudde 10, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Pireezidaantii Ameerikaa haaraa filaman Doonaaldi Tiraampi waliin mari’achuuf qophii ta’uu ibsan.…
Loltoonni Kooriyaa Kaabaa Raashiyaaf lolaa jiran du’aa fi madoof saaxilamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee,Mudde 9, 2017 (FMC) – Loltoonni Kooriyaa Kaabaa Raashiyaa tumsuun Yuukreen waraanaa jiran du’aa fi madoof saaxilamaa jiraachuu Ameerikaan beeksifte.
Raashiyaan bulchiinsa Kursik…
Biyyoonni Lixaa Raashiyaan tarkaanfii haloo bahuu cimaa akka fudhattu dhiibaa jiru – Pireezidaanti…
Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Tumsi Ameerikaa fi biyyoonni Lixaa Yuukreeniif taasiisan Raashiyaan tarkaanfii haloo bahuu cimaa akka fudhattu dhiibaa jiraachuu Pireezidaantiin Raashiyaa…
Iraanitti sababa qorra olaanaa fi hanqina humnaa mudateen Biiroolee fi Manneen Barnootaa cufaman
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Kutaalee Iraan hedduutti sababa haala Qilleensaa daraan Qorraa fi hanqina humnaa mudateen Biiroolee fi Manneen Barnootaa cufamuu gabaafame.
Iraan biyya…
Taankaroonni boba’aa Raashiyaa lama Galaana Gurraacha keessatti dhidhimuun ibsame
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) –Taankaroonni boba'aa Raashiyaa lama hojjetoota 29 qabatanii jiran waliin Galaana Gurraacha keessatti dhidhimuu aanga'oonni Raashiyaa ibsan.
Taankariiwwan…
Raashiyaan bulchiinsa Kuuriskii to’achuuf Loltoota Kooriyaa Kaabaa bobbaafte –…
Finfinnee, Mudde 6, 2017 (FMC) – Raashiyaan bulchiinsa Kuuriskii to'achuuf Loltoota Kooriyaa Kaabaa bobbaasuu Pireezidaantiin Yuukreen Vooloodmiir Zalaniskiin ibsan.
Raashiyaan loltoota…
DhMG Gaazaatti waliigalteen dhukaasa dhaabuu saffisaan akka taasiifamu murtoo dabarse
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Israa’elii fi Hamaas gidduutti waliigalteen dhukaasa dhaabuu saffisaan akka taasiifamu murtoo dabarse.…
Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta’uuf Kaadhimamtoonni dhiyaatan boru falmii…
Finfinnee,Mudde 3, 2017 (FMC) – Dura Taa’aaa Komishinii Gamtaa Afrikaa ta'uuf kaadhimamtoonni 3 kan dhiyaatan yoo ta’u guyyaa boruu falmii taasisu jedhame.
Ministirri Muummee Duraanii…