Browsing Category
Idil Addunyaa
Balaa kirkira Lafaa Raashaa booda sodaa sunaamii uumame
Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Kirkira lafaa cimaa Raashiyaa keessatti mudateen biyyoonni hedduun balaa sunaamii jala galaniiru.
Biyyoonni naannoo Galaana Paasifikii hedduun kirkira…
Kaayyoon keenya hirkatummaa fi eeggatummaa itti fufsiisuu osoo hin taane Afrikaan akka of dandeessu…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Kaayyoon keenya hirkaatummaa fi eeggatummaa itti fufsiisuu osoo hin taane Afrikaan akka of dandeessu taasisuudha jedhan Ministirri Muummee Xaaliyaanii…
Xiyyaarri Raashiyaa imaltoota 49 fe’ee imalaa ture kufee caccabuun lubbuun imaltoota hundaa darbe
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Raashiyaa imaltoota 49 fe’ee imalaa ture kufee caccabuun lubbuun imaltoota hundaa darbuu gabaafame.
Xiyyaarri daa’imman 5 dabalatee…
Xiyyaarri Raashiyaa imaltoota 49 fe’ee imalaa ture Raadaariin ala ta’e
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Xiyyaarri Raashiyaa imaltoota 49 fe’ee imalaa ture Kutaa Baha Raashiyaa bulchiinsa Amuuritti Raadaariin ala ta’uun dhagahame.
Xiyyaarri achi buuteen…
Baangilaadeeshitti balaa xiyyaaraan lubbuun namoota darbee 27 qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 15, 2017 (FMC)- Baangilaadeesh dhiheenya magaalaa Daakaatti xiyyaarri waraanaa mana barnootaarratti kufuun lubbuun namootaa 27 darbeera.
Balichaan Daa’imman 25…
Baangilaadeeshitti Xiyyaarri waraanaa mana barnootaarratti kufe lubbuu namoota 19 galaafate
Finfinnee, Adoolessa 14, 2017 (FMC) – Baangilaadeesh dhiheenya magaalaa Daakaatti xiyyaarri waraanaa shaakalliirra ture mana barnootaarratti kufuun yoo xiqqaate namootni 19 yoo du'an160 ol…
Veetnaamitti bidiruun garagaluun lubbuun namoota 37 darbe
Finfinnee, Adoolessa 13,2017 (FMC)- Veetnaam Haa Loong Beeyitti bidiruun tuuristootaa garagaluun lubbuun namoota 37 darbuun gabaafame.
Balaa Kanaan namoonni muraasni achi buuteen isaanii…
Jarman IGAD’f deeggarsa Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 200 ol taasiste
Finfinnee, Adoolessa 10, 2017 (FMC)- Mootummaan Jarman Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 200 ol deeggare.
Barreessaa Olaanaan IGAD…
Kooloo Tureen Itti Aanaa leenjisaa Maanchiister Siitii ta’e
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Lammiin Ayivooriikoosti taphataan sarara Ittisaa duraanii Maanchiister Siitii Kooloo Tureen Itti Aanaa leenjisaa Maanchiister Siitii ta’e.
Kooloo…
Landanitti xiyyaarri xiqqaan kufee lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Balaa xiyyaaraa Landan dhiyeenya buufata xiyyaaraa Sawuz Iinditti qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe.
Xiyyaarri xiqqaan “Biichikiraafti B200 Suuppar…