Browsing Category
Idil Addunyaa
Alshabaab miidhaa boombiin Moqaadishootti lubbuun namoota 81 darbeef itti gaafatamummaa fudhate
Finfinnee, Muddee 21, 2012 (FBC) – Gareen hidhattoota Alshabaab do’insa boombii magaalaa guddoo Somaaliyaa Moqaadishootti qaqqabe itti gaafatamummaa fudhachuu beeksise.
Haata’uti Ejansiin…
Manni murtii Sudaan hojjetoota Tika Nageenyaaa 27 irratti murtee du’aa dabarse
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC) – Barsiisoota yeroo mormii uummataa too’annoo jala oolaan haala sukkanneessaa ta’een kanneen ajjeesan hojjettoota Tika Nageenyaa Sudaan 27 irratti…
Hogganaan olaanaa shororkeessaa Alshabaab haleellaa humna xiyyaaraan ajjeefame
Finfinnee, Muddee 20, 2012 (FBC)- Loltoonnii Soomaliyaa fi Ameerikaa haleellaa humna xiyyaaraa garee shororkeessaa Alshabaab irratti raawwataaniin hogganaa olaanaa shororkeessaa ajjeefamu…
Barri Faranjootaa 2019 Ameerikaatti bara ajjeechaan waliigalaa olaanaan itti galmaa’e jedhame
Muddee 20, 2012 (FBC) – Bara Faranjootaa 2019 xumuramaa jiru keessa Ameerikaatti ajjeechaa waliigala 41 raawwatameen, lubbuun namoota 211 darbeera. Dhimmicharratti qorannoo gaggeessan…
Filippiinsitti rooba cimaa bubbee makate rooben namoonni 47 du’an
Finfinnee, Muddee 20 ,2012 (FBC) Filippiinsitti rooba cimaa bubbee makate rooben lubbuun namoota 47 yoo darbu, qabeenyi hudduun barbadaa’uun himame.
Balaa kanaan yoo xiqqaate namoota 140…
Haleellaa boombii Soomaaliyaatti qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbe
Finfinnee, Muddee 18, 2012 (FBC) – Magaalaa Soomaaliyaa Mooqqaadishootti haleellaa boombii qaqqabeen lubbuun namoota 30 darbuun dhaga’ame.
Qondaalli Poolisii naannichaa Ibraahiim…
Balaa oboomboolettii Filiippnisitti qaqqabeen lubbuun namoota 28 darbe
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Balaa oboomboolettii Filiippinsitti qaqqabeen lubbuun namoota 28 darbuun dhaga’ame.
Hir’isa balaa soda biyyaaleessa Filiippiinsii fi wiirtuun mana maree…
Jaappaan xiyyaarotaa fi doonii waraanaa gara Baha giddugaleessatti erguufi
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Jaappaan Xiyyaarotaa fi Doonii waraanaa gara Baha giddugaleessatti erguuf jetti
Jaappaan dooniwwaan daldalaa isheerraa miidhaa eeguuf doonii fi…
Balaa xiyyaaraa Kaazaakistaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 14 darbe
Finfinnee, Muddee 17, 2012 (FBC) - Balaa xiyyaaraa Kaazaakistaanitti qaqqabeen lubbuun namoota 14 darbuun himame.
Qabeenyummaan isaa Beek Eer kan ta’e xiyaarri kun balalliif ka’ee…
Raashiyaa, Iiraanii fi Chaayinaan shaakallii humna galaanaa taasisuufi
Finfinnee, Muddee 16, 2012 (FBC) - Raashiyaa, Iiraanii fi Chaayinaan nageenya daldala addunyaa eeguuf shaakallii humna galaanaa taasisuufi.
Biyyootni kunneen Jimaata irraa eegalee…