Browsing Category
Idil Addunyaa
Burkiinaafaasootti haleellaa Jihaadistoonni qaqqabsisaniin lubbuun namoota 35 darbe
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Burkiinaafaasootti haleellaa Jihaadistoonni qaqqabsisaniin lubbuun namoota nagaa 35 darbuu dhaga’amee.
Akka mootummaan biyyattii himeetti kanneen…
Burundiitti balaa sigiga lafaan lubbuun namoota 15 darbe
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Magaalaa guddoo Burundii Bujuumbiraa balaa sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 15 darbuun himame.
Rooba cimaa Sanbata fi Dilbata roobeen sigiga lafaa…
Indooneezhiyaatti bala konkolaata qaqqabeen lubbuun namoota 24 darbe
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Indooneezhiyaatti balaa konkolaata deddeebisaa ummatarra qaqqabeen lubbuun namoota 24 darbu himame.
Balaan kunkan qaqqabe Indooneezhiyaa kutaa…
Hojii raawwachiisaan Booyiing hojiirraa gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Hojii Raawwachiisaan Booyiing; Deeniis Muuliinbarg hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Hoji raawwachiisaan Booyiing Deeniis Muuliinbarg sababii oomisha…
Ajjeechaa Jamaal Kaashogiin walqabatee namoota 5 irratti murtiin du’aa darbe
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Ajjeechaa gaazexessaa Jamaal Kaashogiin walqabatee namoota 5 irratti murtiin du’aa darbe
Manni murtii Saawud Arabiyaa ajjeechaa gaazexessaa Jamaal…
Sudaan yakkoota naannoo Daafuritti raawwataman qorachuu eegalte
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) - Sudaan yakkoota naannoo Daafuritti raawwataman qorachuu eegaluuf akka jettu abbaan alangaa biyyatti hime.
Bara bulchiinsa preezdantii duraanii Sudaan…
Hinditti balaa ibiddaan lubbuun namoota 9 darbe
Finfinnee, Muddee 13, 2012 (FBC) – Hinditti balaa ibiddaa gamoo mana jireenyaarratti qaqqabeen lubbuun namoota 9 darbeera.
Balaan kun magaalaa Delhiitti kan qaqqabe yoo ta’u, namoota…
Traamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp humna waraanaa hawaa hojii eegalchiisan.
Traamp humni hawaa barbaachisaa ta’uu kan amanan, buufata waraanaa…
Bara kana keessa Liibiyaatti nammoonnii 284 bala du’aaf saaxilamaniiru
Finfinnee, Muddee 11, 2012 (FBC) - Bara kana keessa Liibiyaatti nammoonni 284 bala saaxilamaniiru isaani Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani beeksiseera.
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomani…
Manni Maree Ameerikaa Traamp akka himataman sagalee laate
Finfinnee, Muddee 9, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Ameerikaa preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp akka himataman sagalee laate.
Preezdaantichi Koongirasii Ameerikaatin…