Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan bu’uraalee misooma Anniisaa Yuukreen irratti haleellaa cimaa raawwatte
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC) – Raashiyaan bu’uraalee misooma Anniisaa Yuukreen irratti haleellaa cimaa raawwachuu Ministeerri Inarjii biyyattii beeksise.
Raashiyaan irra deddeebiin…
Baankiin Giddugaleessaa Raashiyaa bittaa Doolaara Ameerikaa dhaabe
Finfinnee, Sadaasa 19, 2017 (FBC)- Baankiin Giddugaleessaa Raashiyaa bittaan Doolaara Ameerikaa har’arraa eegalee dhaabuu beeksise.
Baankiin Raashiyaa akka beekisetti, har’arraa eegalee…
Tiraamp Chaayinaa, Meeksikoo fi Kaanaadarratti taarifa haaraa murteessuufi jedhame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2017 (FBC) – Doonaald Tiraamp aangotti deebi’aanii guyyoota muraasa keessatti Chaayinaa, Meeksikoo fi Kaanaadarratti taarifa haaraa kan murteessan ta’uu beeksisaniiru.…
Hizboolaahiin Misaa’elaa fi Dirooniin Israa’eel haleele
Finfinnee, Sadaasa 16, 2017 (FBC) – Hizboolaahiin Misaa’elootaa fi Diroonoota hedduun Israa’eel haleeluu Raayyaan Ittisaa Israa’eel beeksise.
Waraanni Israa’eelii fi Hidhattoota Libaanoos…
Putiin Ameerikaa fi Biriitaaniyaa akeekkachiisan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2017 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Ameerikaa fi Biriitaaniyaa akeekkachiisaniiru.
Biyyoonni miseensa NATO Yuukreen Misaa’ela fageenya dheeraa…
ICC’n Beeniyaamiin Netaaniyaahuurratti ajaja hidhaa baase
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Manni Murtee Yakkaa Idil Addunyaa (ICC)’n Ministira Muummee Israa’eel Beeniyaamiin Netaaniyaahuu, Ministira Ittisaa Duraanii Israa’eel Yu’aav…
Raashiyaan misaa’ela baalaastikaa ardii qaxxaamuru Yuukreenitti dhukaasuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC) – Raashiyaan misaa'ela baalaastikaa ardii qaxxaamuru Yuukreenitti dhukaasuu Humni Qilleensaa Yuukreen beeksiseera.
Mooskoon meeshaa akka kanaa waraana…
Misaa’ela Ameerikaa fayyadamuun haleellaa Yuukreen Mooskorratti raawwatteef tarkaanfii haloo bahuu…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Misaa’ela fageenya dheeraa Ameerikaarraa argatte fayyadamuun haleellaa Yuukreen Mooskorratti raawwatteef tarkaanfii haloo bahuu kan fudhattu ta’uu…
Yukireen misaa’ela Raashiyaatti dhukaaste
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Yuukireen misaa’ela fageenya dheeraa furguggifamu gara Raashiyaatti dhukaasuun gabaafame.
Guyyaa har’aa yeroo jalqabaaf Yukireen misaa’ela fayyadamuun…
Adeemsa Haqa hinqabne furuuf qindoomina barbaachisa-Shii Jiinpingi
Finfinnee, Sadaasa 10, 2017 (FBC)- Addunyaarratti adeemsa fi waraana haqa hinqabne furuuf biyyoonni waloon hojjechuu akka qaban Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi dubbatan.…