Browsing Category
Idil Addunyaa
Hamaas marii nageenyaa Israa’eel waliin adda kutee ture itti fufuuf qophii ta’uu…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017(FMC) – Hamaas marii nageenyaa Israa'eel waliin Dohaatti gaggeessaa ture itti fufuuf qophii ta'uu beeksise
Israa'eel garicharratti bifa haaraan haleellaa…
Raashiyaa fi Yuukireen marii nageenyaa Istaanbuulitti eegalan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) – Raashiyaa fi Yuukireen marii nageenyaa Turkii Istaanbuulitti gaggeessaa jiru.
Mariisisuummaa Ameerikaa fi Turkiin gaggeeffama kan jiru mariin nageenyaa…
Ameerikaan hariiroo Sooriyaa waliin qabdu haaromsuu akka barbaaddu ibsite
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Ameerikaan qoqobbii Sooriyaarra kaa’amee ture kaasuun hariiroo ishee haaromsuu akka barbaaddu Pireezidaantiin biyyattii Doonaald Tiraampi beeksisaniiru.…
Gareen hidhattootaa Kurduu qabsoo filannoo karaa nagaa fudhate
Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC)- Qabsoo hidhannoo waggoota 40 booda gareen hidhattootaa Kurduu (PKK) gara qabsoo karaa nagaatti deebi’uuf murteessuu beeksise.
Garichi murtoo kana kan…
Hindiifi Paakistaan dhukaasa dhaabuuf waliigalan
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017(FMC) – Hindiifi Paakistaan waliigaltee dhukaasa dhaaburra gahuu Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi ibsan.
Doonaald Tiraampi ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Raashiyaan guyyaa injifannoo 80ffaa kabajaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) -Raashiyaan Waraana Addunyaa 2ffaan guyyaa yaadannoo weerara humna Naazii itti injifatte waggaa 80ffaa qophiilee garaagaraan Mooskootti kabajaa jiraachuun…
Roobart Fraansiis Pirevost lammii Ameerikaa jalqabaa Dursaa Phaaphaasotaa Kaatolikii ta’uun…
Roobart Fraansiis Pirevost lammii Ameerikaa jalqabaa Dursaa Phaaphaasotaa Kaatolikii ta'uun filataman
Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) -Lammiin Ameeeikaa Roobarti Firaansiis pirevost boqochuu…
Balaan Ibiddaa Israa’eelitti mudatee ture to’atame
Fiinfinnee, Ebla 25,2017(FMC) - Balaan Ibiddaa Israa’eelitti mudatee ture tattaaffii hojjettoota ittisa balaa Ibiddaan saa’atii 30 booda to’atamuun ibsameera.
Balaa Ibiddaa biyyattiitti…
Ameerikaa fi Yuukireen waliigaltee itti fayyadama waloo albuudaa fi humnaa mallatteessan
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Ameerikaan waliigaltee qabeenya humnaa fi Albuudaa Yuukireen waloon fayyadamuuf ishee dandeessisu maree yeroo dheeraa booda mallatteessitetti.…
Dhohiinsi namoota 70 ol galaafate of-eeggannoo taasisuu dhabuurraan mudate- Iraan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Dhohiinsi lubbuu namoota 70 ol galaafate of-eeggannoo gahaa taasisuu dhabuurraan kan mudate ta’uu Ministeerri Dhimma Biyya Keessaa Iraan beeksise.
Balichi…