Browsing Category
Idil Addunyaa
Dureewwan biyyoota addunyaa Pireezidaanti Tiraampiif ergaa baga gammaddanii dabarsaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Doonaald Tiraampi filannoo Ameerikaa injifachuu hordofee dureewwan biyyoota adda addaa ergaa baga gammaddanii dabarsaa jiru.
Tiraampi sagalee…
Pireezidaantii Ameerikaa jalqaba yakka cimaan himatamanii filannoo injifatan – Doonaald…
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Filannoo seena qabeessaan yeroo 2ffaaf Pireezidaantii Ameerikaa ta’eera jedhan Doonaald Tiraamp haasawa filannoo injifachuu erga mirkaneeffatanii…
Filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaan Doonaald Tiraamp dursaa jiru
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 47ffaan Doonaald Tiraamp dursaa jiraachuu ibsame.
Bu’aan filannoo bulchiinsoota 7 injifannoo filannichaaf…
Filannoon Ameerikaa guyyaa boruu gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Filannoo Ameerikaa guyyaa boruu sagaleen kennamuuf duulli Filannoo har'a raawwata.
Filaannoon Ameerikaa kun ummata biyyattii qofa osoo hin taane…
Balaa lolaa Ispeen mudateen lakkoofsi namoota du’anii 200 caaluu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Kibba Lixa Ispeen Magaalaa Vaaleenshiyaatti Balaa lolaa mudateen lakkoofsi namoota du'anii 200 caaluu ibsameera.
Rooba cimaa Roobuu hordofee balaa…
Ispeenitti balaa lolaan lubbuun namoota 51 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Ispeen Magaalaa Vaalenshiyaatti rooba cimaa roobee hordofee lolaa mudateen lubbuun namoota 51 darbuun ibsameera.
Anga’oonni naannawichaa akka…
Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse yaaddessaadha-DhMG
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2017 (FBC)- Israa’eel, Gaazaatti dhorkiin dhaabbilee deeggarsaarra keesse haalaa naannawichaa akka hammeessu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Itti…
Naa’iim Qaasiim hogganaa garee Hidhattoota Hiizboolaahii ta’uun filataman
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Gareen Hidhattootaa Libaanoos Hiizboolaahiin Naa’iim Qaasiim hogganaa garichaa taasisuun filateera.
Hogganaa garichaa kan turan Hasan…
Kooriyaan Kaabaa loltoota kuma 10 gara Raashiyaatti erguu Ameerikaan beeksifte
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa loltoonni kuma 10 ta’an Raashiyaa tumsuun Yuukreen akka waraanaan gara Raashiyaatti erguu Ameerikaan beeksifte.
Loltoonni…
Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffaman
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2017 (FBC) – Leenjisaan Maanchiister Yuunaayitiid Eerik Teen Hag hojiirraa gaggeeffamaniiru.
Qabxii kilabichi galmeessaa jiru hordofee Eerik Teen Hag irratti…