Browsing Category
Idil Addunyaa
Vilaadmiir Putiin guyyaa injifannoo Raashiyaa sababeeffachuun labsii dhukaasa dhaabuu yeroo labsan
Finfinnee, Ebla 20, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin guyyaa injifannoo Raashiyaa sababeeffachuun labsii dhukaasa dhaabuu gamtokkee yeroo labsaniiru.
Labsiin…
Dhoohinsa cimaa buufata Iraanirra qaqqabeen namoonni 25 du’an
Finfinnee, Ebla 19, 2017 (FMC) – Dhoohinsa cimaa buufata Daldalaa Iraanirra qaqqabeen namoonni 25 yoo du'an, 800 ammoo madaa'uun ibsame.
Dhoohinsa cimaa dhiyeenya Magaalaa Abbas…
Doonaald Tiraampi fi Zeleniiskiin waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Yuukreen Vooloodmiir Zeleniiskii waliin Xaaliyaanii magaalaa Roomitti mari’atan.
Hoggantoonni…
Sirni Awwaalchaa Poop Firaansiis gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Sirni Awwaalchaa Hangafa Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa poop Firaansiis gaggeeffamaa jira.
Sirna Awwaalchaa Vaatikaan…
Dinagdeen kaalifoorniyaa dinagdee Jaappaaan caale jedhame
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Dinagdeen Kaalifoorniyaa addunyaarratti guddina dinagdeen sadarkaa 4ffaa irra kan turte kan Jaappaan caaluun himameera.
Akkaataa ragaa Dhaabbata Maallaqaa…
Haleellaa xiyyaara Ameerikaatiin finciltoonni Huutii 500 ol ajjeefaman
Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Haleellaa xiyyaaraa Ameerikaan finciltoota Huutii Yaman keessa socho’an irratti raawwateen, ajajoota dabalatee loltoonni 500 ol ajjeeffamuun isaanii…
Walga’ii ariifachiisaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa taa’amuu eegale
Finfinnee, Ebla 7, 2017 (FMC) – Walga’ii ariifachiisaan Mana Maree Hojii Raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 24ffaan taa’amuu eegaleera.
Walga’icharratti Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa…
Ameerikaafi Raashiyaan marii gam-lamee Istaanbulitti gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Ameerikaafi Raashiyaan marii gam-lamee marsaa 2ffaa Turki magaalaa Istaanbulitti gaggeessuu eegalaniiru.
Jilli garee biyyoota lameenii Ameerikaatti…
Haangaariin Mana Murtii Yakkaa Idil-addunyaa keessaa baate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC) –Haangaariin Mana Murtii Yakkaa Idil-addunyaa (ICC) keessaa bahuu ishee beeksiste.
Murteen Haangaarii kun erga muummichi ministeeraa Haangaarii Viktor…
Maayinaamaaritti kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 1 caale
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Kirkira lafaa kaleessa Maayinaamaaritti mudateen lakkoofsi namoota du’anii kuma 1 caaluu gabaafame.
Kirkira lafaa Reektar Iskeelii 7.7 galmeesse…