Browsing Category
Idil Addunyaa
Hindiitti sababa hoo’ina qilleensaan namoonni 50 ol du’uun gabaafame
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC)-Hindiitti hoo’ina qilleensaa kutaalee biyyattiitti babal'achaa jiruun guyyoota sadan darban namoonni 50 ol du'uun gabaafame.
Bulchiinsa Kaabaa…
Kilaawudiyaa Sheenbaam Pireezidaantii dubartii jalqabaa Meeksiikoo ta’uun filataman
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Dubartiin Umrii waggaa 61 Kilaawudiyaa Sheenbaam Pireezidaantii dubartii jalqabaa Meeksiikoo ta’uun filatamaniiru.
Kaantibaa Magaalaa…
Pireezidaanti Baayidan Yuukreen Meeshaalee Waraanaa Ameerikaan iddoolee qiyyeeffannaa Raashiyaa akka…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yuukreen Meeshaalee Waraanaa Ameerikaan iddoolee qiyyeeffannaa Raashiyaa akka haleeltu eeyyamuu Aanga’oonni…
Finciltoonni Huutii Duula Galaana Diimarratti gaggeessaniin Dooniwwan 129 irratti haleellaa…
Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) – Finciltoonni Huutii Yeeman keessa socho’an Baatii Onkololeessaa eegalee duula Galaana Diimarratti gaggeessaniin Dooniwwan 129 irratti…
Teel Aviivitti walitti bu’iinsa Godaantoota Ertiraa gidduutti mudateen lubbuun nama 1 darbe
Finfinnee, Caamsaa 22, 2016 (FBC) – Isiraa’eel Teel Aviivitti walitti bu’iinsa Godaantoota Ertiraa gidduutti mudateen lubbuun nama 1 yoo darbu, hedduurra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsame.…
Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu akka dhaabbatu…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu dhaabbachuun naannawichatti nageenyi waaraan akka bu’u Chaayinaan gaafatte.…
Hindii fi Baangilaadiishitti Obombboleessi cimaan mudate lubbuu namoota 9 galaafate
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Hindii fi Baangilaadiishitti Obombboleessi cimaan ‘Reemaal’ jedhamu lubbuu namoota 9 galaafachuu fi namoota miiliyoona 1 ol ta’an buqqisuu ibsameera.…
Kooriyaan Kaabaa jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa bara Faranjootaa 2024 jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf ta’uu beeksiifte.
Caamsaa 27 –…
Hamaas Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwate
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Hamaas har'a Giddugaleessa Isiraa'eel Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwachuu beeksise.
Hamaas haleellaa bal'a Giddugaleessa Isiraa'eelitti…
Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Lammiin Jarman Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf sadarkaa afaanitti waliigaluu ibsameera.
Ga’eessi umrii waggaa 59 Haansi…