Browsing Category
Idil Addunyaa
Biriiteen Raashiyaa fi Yukireen gidduutti nageenyi waaraa akka uumamu hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FBC)-Biriiteen waraana waggoota lamaaf Raashiyaa fi Yukireen gidduutti gaggeeffamaa ture xumuruun nagaa waaraa gidduu isaaniitti uumuuf hojjechaa akka jirtu…
Tiraampi fi Puutiin Waraana Yuukireen dhaabuuf marii jalqabuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi, Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waliin waraana Raashiyaa- Yuukireen dhaabuuf ariitiin marii…
Waltajjiiwwan Addunyaa irratti sagaleen Afrikaa akka dhaga’amuufi Gamticha cimsuuf hojii hojjetameen…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2017, (FMC) – Waltajjiiwwan addunyaa irratti sagaleen Afrikaa akka dhaga'amuu fi Gamticha cimsuuf hojii hojjetameen bu’aa jajjabeessaan galmaa’uu Ministirri…
Hamaas lammiilee uggure guutummaatti yoo gadi hin lakkifne waliigalteen dhukaasa dhaabuu adda cita –…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2017 (FMC) – Hamaas lammiilee Israa’el ugguree ture guutummaatti yoo gadi hin lakkifne waliigalteen dhukaasa dhaabuu adda cituun waraanni kan itti fufu ta’uu…
Waraanni akka dhaabatu barbaanna – Pireezidaanti Puutiin
Finfinnee, Guraandhala 3, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraampi gita isaanii Raashiyaa Viilaadmiir Puutiin waliin akkaataa waraana Raashiyaa – Yuukreen dhaabuun…
Pireezidaantiin duraanii Naamiibiyaa Saam Nujoomaa du’aan boqotan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2017 (FMC)- Pireezidaantiin jalqabaa duraanii Naamiibiyaa Saam Nujoomaa umrii waggaa 95ffaa isaaniitti du’aan boqotan.
Naamiibiyaan bara Faranjootaa 1990…
Israa’el hidhamtoota Filisxeem 183 gadi lakkifte
Finfinnee, Guraandhala 1, 2017 (FMC) - Hamaas lammiilee Israa'el 3 ugguree ture gadhiisuu hordofee Israa'el lammiilee Filisxeem mana hidhaa turan183 gadi lakkisuu ibsameera.
Lammiileen…
Ameerikaan Dhaabbata gargaarsaa‘USAID’ cufuufi jedhame
Finfinnee, Amajjii 26, 2017 (FMC) – Dhaabbanni gargaarsaa ‘USAID’ akka cufamu Pireezidaantii Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi waliin waliigalteerra gahamuu Eloon Maask beeksisan.
Dureessi…
Balaa Xiyyaaraa Ameerikaatti mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 19 darbuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 22, 2017 (FMC) – Balaa Xiyyaaraa Ameerikaa Waashingitan DCtti Helikooptarri Waraanaa fi Xiyyaarri walitti bu’uun mudateen hanga ammaatti lubbuun namoota 19 darbuun…
Ameerikaatti helikooptarri waraanaa fi xiyyaarri walitti bu’uun laga Potomak jedhamu keessatti…
Finfinnee, Amajji 22, 2017 (FMC) - Ameerikaa magaalaa Washingitanitti helikooptarri waraanaa fi xiyyaarri qilleensarratti walitti bu'uun lameenuu laga Potomak jedhamu keessatti kufuun…