Browsing Category
Idil Addunyaa
Chaayinaa fi Raashiyaan waloon shaakala loltummaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2016 (FBC)- Chaayinaa fi Raashiyaan qarqaraa Galaana Chaayinaa Kibbaatti shaakala loltummaa waloo gaggeessuu eegaluun ibsame.
Biyyoonni lameen qoqqobbii…
Yaalii Ajjeechaan booda fudhatamummaan Doonaald Tiraampi dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 9, 2016 (FBC) –Aggaammii ajjeechaa Peeniisiilveeniiyaa keessatti raawwatameen booda fudhatamummaan Doonaald Tiraampi dabalaa jiraachuu ibsameera.
Tiraampi gurra…
Doonaald Tiraampi yaaliin ajjeechaa irratti raawwate waan ajaa’ibaa ta’uu dubbatan
Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii fi kaadhimamaan Pireezidaamummaa ammaa Ameerikaa Doonaald Tiraampi yaaliin ajjeechaa irratti raawwate waan ajaa'ibaa ta'uu…
Doonaald Tiraampi duula na Filadhaa gaggeesaa osoo jiranuu yaaliin ajjeechaa irratti raawwate
Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerikaa Doonaald Tiraampi duula na Filadhaa kutaa Peenisilveniyaatti osoo gaggeesaa jiranuu rasaasni itti dhukaafamuu…
Naayijeeriyaatti gamoon mana barumsaa jiguun lubbuun barattoota 22 darbe
Finfinnee, Adoolessa 6, 2016 (FBC) – Naayijeeriyaatti gamoon mana barumsaa Jiguun lubbuun barattoota 22 darbuu gabaafame.
Kutaa Bulchiinsa giddu gala biyyattii Pileetuu jedhamutti…
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Kaabinee isaanii diigan
Finfinnee, Adoolessa 4, 2016 (FBC) – Mormii Ummataa mudate hordofee Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Kaabinee isaanii hojiirraa gaggeessaniiru.
Pireezidaanti Wiiliyaam…
Maasuud Peezeeshkiyaan Pireezidaantii Iraan ta’uun filaman
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2016 (FBC)- Leellisaan jijjiiramaa Dooktar Maasuud Peezeeshkiyaan morkataa isaanii Sa’iid Jaalilii injifachuun Pireezidaantii Iraan ta’uun filamaniiru.…
Filannoo waliigalaa Biriitaaniyaan Paartiin ‘Labour’ injifate
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2016 (FBC) – Filannoo waliigalaa Biriitaaniyaanitti gaggeeffame paartiin 'Labour' sagalee olaanaa argachuun injifate.
Filannoo kana irratti paartiin ‘Labour 'ol…
Hindiitti sirna amantaarratti lubbuun namoota 121 darbe
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2016 (FBC)- Kaaba Hindiitti balaa sirna amantaarratti baay’inaa namootaarraan waldhiibuu uumameen namoonni lubbuun darbuun 121 qaqqabuun gabaafame.
Balichii…
Xiyyaarri Ispeenii ka’ee gara Uraaguwaay imalaa ture raafamni jabaan mudachuu hordofee…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2016 (FBC) – Xiyyaarri ‘Air Europa Boeing 787-9’ jedhamu Ispeenirraa ka'ee gara Uraaguwaayi balali’aa turerra raafamni jabaan mudachuu hordofee Biraaziil qubachuuf…