Browsing Category
Idil Addunyaa
Naayijeeriyaatti taankariin boba’aa dhowuun balaa ibiddaan lubbuun namoonni 94 darbe
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)-Naayijeeriyaatti taankariin boba’aa dhowuun balaa ibidaa uumameen lubbuun lammiilee 94 darbuun ibsame.
Konkolaataan boba’aa fe’uun imalaa ture tasa…
Daandiin Qilleensaa Iraan balalii gara Biyyota Awurooppaatti taasisu addaan kute
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2017 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Iraan balalii gara Biyyoota Awurooppaatti taasisu addaan kutuu beeksise.
Daandichi kana kan murteesse ‘Iran Air’, ‘Saha Airline’…
Ameerikaatti balaqqeettiin aduu cimaa jedhame lafatti bu’uu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Ameerikaatti balaqqeettiin/carallaan aduu cimaa jedhame lafatti bu’uu Bulchiinsi Garba biyyaaleessaa fi Naannawaa Qilleensaa Ameerikaa beekksise.…
Haan Kaang Badhaasa Noobeelii damee Ogbarruu badhaafamte
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Lammiin Kooriyaa Kibbaa Haan Kaang Badhaasa Noobeelii damee Ogbarruu bara 2024 badhaafamte.
Ga’eettiin umrii waggaa 53 barreessituun Asoosamaa Haan…
Filooriidaatti Obomboleettiin karfaffuu makate mudate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC)- Ameerikaa Bulchiinsa Filooriidaatti obomboleettiin karfaffuu makate ‘Haarikeen Miiltan’ jedhamu mudachuun ibsame.
Balaan kunis sigiga lafaa, lolaa fi…
Balaliisaan Xiyyaara utuu balaliisuu lubbuun darbe
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)-Balaliisan Daandii Qilleensaa Turki utuu Xiyyaara Balaliisuu lubbuun isaa darbuun gabaafame.
Balaliisaan Ilseehiin Peelivaan kan umriin 59 Ameerikaa…
Biraaziil uggura Miidiyaa Hawaasaa ‘X’ irra keesse kaasuu beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Biraaziil uggura Miidiyaa Hawaasaa ‘X’ (Duraan Tiwiitara jedhamu) irra keessee kaasuu beeksiste.
Manni Murtii Olaanaa Biraaziil uggura miidiyaa…
Chaayinaan waldhabdeen Giddugalaa Bahaa akka dhaabbatu gaafatte
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Chaayinaan waldhabdeen Giddugalaa Bahaa hatattamaan akka dhaabbatu gaafatte.
Ministeerri Dhimma Alaa Chaayinaa ibsa baaseen,muddamni Giddugalaa Bahaa…
Israa’eel Antooniyoo Guutareez gara daangaa bulchiinsa ishee akka hin seenne qoqqoobbii irra keesse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Israa’eel Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez gara daangaa bulchiinsa ishee akka hin seenne qoqqoobbii irra kaa’uu…
Ameerikaan misaa’eeloota Iraan, Israa’el irratti dhukaafte hedduu fashaleessuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) –Ameerikaan misaa’eloota hedduu Iraan gara Israa’elitti furguggiste hedduu fashaleessuu beeksifte.
Ameerikaan haala jiru itti dhiyeenyaan akka hordoftuu…