Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan xiyyaarota nama maleeyyii finciltoota Hawutii rukuttee kuffisuu beeksiifte
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Ameerikaan xiyyaarota nama maleeyyii finciltoota Hawutii 2 rukuttee kuffisuu beeksiifte.
Humni Galaanaa Ameerikaa Xiyyaarota nama maleeyyii fincitoota…
Afrikaan Maallaqa Daldalaa tokko fayyadamuuf mari’achuufi
Finfinnee, Mudde 2, 2016 (FBC)- Biyyooni Afrikaa sirna maallaqa daldalaa tokko fayyadamuuf dandeessisurratti mari’achuuf ta’uun ibsame.
Mariin biyyoonni Ardittii gaggeessan kunis Gamtaa…
Saa’uud Arabiyaan Fanjiiwwan garee Finciltoota Hawutii 733 fashaleessuu beeksiifte
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC) – Saa’uud Arabiyaan jalqaba baatii kanaa keessa Fanjiiwwan garee Finciltoota Hawutiin awwallaman 733 fashaleessuu beeksiifte.
Fanjiiwwan kunneen Daa’immaan,…
Pireezidanti Joo Baayidan Pireezidaanti Yuukireen waliin Waashingitanitti mari’achuufi
Finfinnee, Mudde 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Yuukireen Voloodmiir Zeeniskiin Masaraa Mootummaa Ameerikaa ‘White House’tti boru daawwannaa taasisuuf ta’uu White House beeksiseera.…
Ameerikaan meeshaalee waraanaa yeroo ariifachiisaa Israa’eliitti gurguruuf murteessite
Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee waraanaa yeroo ariifachiisaa Doolaara miliyoona 106.5 Israa'eliitti gurguruuf murteessite.
Faayidaa biyyaalessa Ameerikaa…
Badii Hamaas raawwateen lammiileen Filisxeem adabamuu hin qaban – Antooniyoo Guutareez
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Badii Hamaas Isiraa'eel irratti raawwateen lammiileen Filisxeem adabamuu hin qaban jedhan Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo…
Iraan Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Sulayimaaniin walqabatee beenyaa Doolaara biiliyoona 50 gaaffatte
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Iraan Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Sulayimaaniin walqabatee Ameerikaa fi namoota dhuunfaa biroo beenyaa Doolaara biiliyoona 50 gaaffatte.
Manni Murtii…
Viilaadmiir Putiin erga 2019 yeroo jalqabaaf Abudaabii galan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Erga bara Faranjootaa 2019 as yeroo jalqabaaf Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putii Gamtaa Emereetota Arabaa, Abudaabii galan.
Vilaadmiir Putiin…
Dooniin Humna Galaanaa Ameerikaa Daangaa Bishaanii ishee cabsee seenuu Chaayinaan beeksiifte
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Dooniin Humna Galaanaa Ameerikaa karaa seeraan alaa Daangaa bulchiinsa Bishaanii ishee cabsee seenuu Raayyaan Ittisaa Chaayinaa beeksise.
Dooniin humna…
Taanzaaniyaatti Sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 47 darbe
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Taanzaaniyaatti Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 47 yoo darbuu, namoota 85 irra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsame.
Kaaba Taanzaaniyaatti Rooba…