Browsing Category
Idil Addunyaa
Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu akka dhaabbatu…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2016 (FBC) – Haleellaan dooniiwwan daldalaa Galaana Diimaarra socho’anirratti raawwatamu dhaabbachuun naannawichatti nageenyi waaraan akka bu’u Chaayinaan gaafatte.…
Hindii fi Baangilaadiishitti Obombboleessi cimaan mudate lubbuu namoota 9 galaafate
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Hindii fi Baangilaadiishitti Obombboleessi cimaan ‘Reemaal’ jedhamu lubbuu namoota 9 galaafachuu fi namoota miiliyoona 1 ol ta’an buqqisuu ibsameera.…
Kooriyaan Kaabaa jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf…
Finfinnee, Caamsaa 19, 2016 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa bara Faranjootaa 2024 jalqaba Baatii Waxabajjii keessa Saatalaayitii Baasaasummaa dabalataa furgugsuuf ta’uu beeksiifte.
Caamsaa 27 –…
Hamaas Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwate
Finfinnee, Caamsaa 18, 2016 (FBC) – Hamaas har'a Giddugaleessa Isiraa'eel Teel Aviivitti haleellaa Rokkeetti raawwachuu beeksise.
Hamaas haleellaa bal'a Giddugaleessa Isiraa'eelitti…
Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf waliigale
Finfinnee, Caamsaa 16, 2016 (FBC) – Lammiin Jarman Haansi Filiik Leenjisaa Baarseloonaa ta’uuf sadarkaa afaanitti waliigaluu ibsameera.
Ga’eessi umrii waggaa 59 Haansi…
Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatame
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Balaa Heliikooptaraan muudateen kan du'an Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Iraan Ibraahiim Raayisii raawwatameera.
Sirni awwaalchaa Ibiraahim…
Chaayinaan naannawaa Taayiwaanitti Shaakala waraanaa eegalte
Finfinnee, Caamsaa 15, 2016 (FBC) – Chaayinaan naannawaa Taayiwaanitti Shaakala waraana Galaanaa fi Qilleensaa eegaluu beeksifte.
Shaakalli guyyoota lamaaf gaggeeffama jedhamu kun…
Xiyyaara Landanii- Singaapor balali’aa ture raafamni guddaan mudatee lubbuun namaa darbe
Finfinnee, Caamsaa 13, 2016 (FBC) – Balallii Landanii gara Singaapooritti taasifamaa ture raafamni qilleensaa guddaan mudachuun namni 1 yoo du’u, namootni 30 tahan madaa’uu…
Mahaammad Mokbar Pireezidaantii eeggataa Iraan ta’uun muudaman
Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) – Hogganaan Afuuraa Iraan Ayaatoolaahii Alii Hamiin, Mohammaad Mokbar eeggataa Pireezidaantii biyyattii taasiisuun muudan.
Mohammaad…
Pireezidaantiin Iraan Ibraahiim Raayis balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2016 (FBC) –Pireezidaantii Iraan Ibraahiim Raayis fi Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Hoseen Amiin Abidoolaahiin balaa Heliikoptaraa mudateen lubbuun darbuu ibsameera.…