Browsing Category
Idil Addunyaa
Yaaliin Waliigaltee dhukaasaa dhaabuu sa’aatiiwwanii fashalaa’uun Isiraa’eel haleellaa itti…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Tattaaffiin Waliigaltee dhukaasaa dhaabuu Isiraa’eelii fi Hamaas gidduu eegalame osoo hin milkaa’iin hafuun Isiraa’eel haleellaa itti fufuu…
Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf waliigalte
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2016 (FBC) – Marii Ameerikaa fi Ijipti waliin taasiifamaa ture hordofee Isiraa’eel waraana Kibba Gaazaatti gaggeessaa jirtu sa’aatii hin murtoofneef dhaabuuf…
Ameerikaan Isiraa’eeliif yeroo 2ffaaf Doonii Xiyyaara Waraanaa baatu deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Onkololeesa 4, 2016 (FBC) - Ameerikaan Isiraa'eeliif yeroo 2ffaaf Doonii Xiyyaara Waraanaa baatu 'Diwaayit Eeyizan Haawar' jedhamu deeggarsaaf gara Galaana Meediitiraaniiyaaniitti…
Turki Afrikaa waliin tumsa faayidaa waloorratti hundaa’e ni taasifti–Eerdoohan
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2016 (FBC)- Turki Afrikaa waliin walta’iinsa faayidaa waloorratti hundaa’ee kan taasiftu ta’uu Pireezidaantiin Turki Reesiip Xaayib Eerdoohan ibsan.
Eerdoohaan…
Lola Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 2 fi…
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2016 (FBC) – Lola Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiruun hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 2 fi 800 olii darbuu gabaafameera.
Gama lamaaniinuu…
Hoggantoonni Afrikaa rakkoo ardiif furmaata ardii qopheessuu qabu – Obaasaanjoo
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa rakkoo ardichaaf furmaata ardii qopheessuu qabu jedhan Pireezidaantiin Naayijeeriyaa Duraanii Oliiseeguu Obaasaanjoon.…
Lolli Isiraa’elii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lammiilee hedduu rakkoo hamaaf saaxiluu DhMG…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’elii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lammiilee hedduu rakkoo hamaaf saaxiluu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiiseera.…
Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudachuun gabaafame.
Kirkirri lafaa mudate kunis, Reektar Iskeelii 6.3 kan galmaa’e yoo ta’u, kutaa…
Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan darba-Qorannoo
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan akka darbu qorannoon ifoomse.
Bu’aan qorannoo ifoomees biyyoota akka…
Sagantaan Nyaataa Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf hojii eegaluu…