Browsing Category
Idil Addunyaa
Erga waraanni eegalee loltoonni kumni 31 jalaa ajjeeffamuu Yuukreen beeksifte
Finfinnee, Guraandhala 18, 2016 (FBC) – Erga Waraanni Raashiyaa fi Yuukreen eegalee waggaa lamaan darban keessa Loltoonni Yuukreen kumni 31 jalaa ajjeefamuu Pireezidaantiin Yuukreen…
Joo Baayidan idaa barnootaa Doolaara biiliyoona 1.2 barattootarraa haqan
Finfinnee, Guraandhala 14, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Pireezidaantii Joo Baayidan liqaa barnootaa Doolaara biiliyoona 1.2 ta'u haquun gabaafame.
Maallaqni kun barattoota kuma 153 ta'an…
Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii marsaa 13ffaa Raashiyaarra kaa’ame raggaasise
Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii marsaa 13ffaa Raashiyaarra kaa’ame raggaasise
Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa qoqqobbii marsaa 13ffaaf Raashiyaarra kaa’ame…
Finciltoonni Huutii Doonii Ingiliiz irratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) – Finciltoonni Huutii Doonii Ingiliiz Galoogalaa Eedanirra socho’aa turte Misaa’eelaan haleeluu Dubbii Himaan Finciltoota Huutii beeksise.
Doonii…
Koomishiniin Awurooppaa deeggarsa namoomaaf Yuuroo biiliyoona 1.8 ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)-Komishiniin Awurooppaa deeggarsa namoomaa biyyoota garaagaraaf kan oolu Yuuroo biiliyoona 1.8 raggaasise.
Addunyaarraattii bara 2024’tti…
Bara Faranjootaa 2028’tti Diinagdeen BRICS kan biyyoota garee torbaa ni caala jedhame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Waggoottan dhufan afran keessatti qoodni oomisha waliigalaa biyyaa keessaa biyyoota miseensa garee BRICS kan Biyyootaa garee torbaa caaluu akka…
Ameerikaan deeggarsa Doolaara biiliyoona 95 Isiraa’eel, Yukreenii fi Taayiwaaniif raggaasifte
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Seeneetiin Ameerikaa deeggarsa Doolaara biiliyoona 95 Isiraa’eel, Yukreenii fi Taayiwaaniif raggaasise.
Deeggarsichi sagalee deeggarsaa 67 fi…
Nageenyii fi haqa qabeessummaan akka waaru ni hojjenna – Antooniyoo Guutareez
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez bara 2024 keessa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadanirratti ibsa kennaniiru.…
Pireezidaanti Zalaaniskiin Ajajaa Olaanaa Waraana Yukreen hojiirraa gaggeessan
Finfinnee, Guraandhala 1, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Yukreen Vooloodimiir Zalaaniskiin Ajajaa Olaanaa Waraana biyyattii Jeneraal Vaalarii Zaaluuzyiinii hojiirraa gaggeessuu ibsameera.…
Naangooloo Mibumbaan Pireezidaantii Naamiibiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Duraanii Naamibiyaa Haagee Giingoob du’aan boqochuu hordofee Pireezidaantii Ittaanaa kan turan Naangooloo Mibumbaa Pireezidaantii biyyattii…