Browsing Category
Idil Addunyaa
Caccabaan qaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa badee ture argame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Caccabaan Qaaama Jeettii Waraanaa Ameerikaa F-35 jedhamu badee ture Kaaba Kaaroolaayinaatti argamuu Humni Waraanaa biyyattii beeksise.
Caccaabaan kun…
Balaan Lolaa Liibiyaatti mudate bu’uraalee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Balaan Lolaa tibbana Liibiyaatti mudate bu’uraalee fi dhaabbilee misoomaa Baha biyyattii % 70 barbadeessuu Ministeerri Geejjibaa Liibiyaa beeksiseera.…
Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa Kooriyaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Yaa’iin nageenya dubartoota addunyaa mata duree’ Ga’ee dubartootaa nageenya waaraaf’ jedhuun Kooriyaa Kibbaa Magaalaa Inchinitti gaggeeffamaa jira.…
Ameerikaan jeettii waraanaa jalaa badde barbaachaa jirti
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC)- Ameerikaan jeetti waranaa F-35 jalaa baddee barbaacha eegaluun gabaafame.
Kaarolaaynaa Kibbaa kan qubatan miseensonni Humna Qilleensaa Ameerikaa ummanni…
Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 7, 2016 (FBC) – Yaa’iin Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 78ffaan Niwuu Yorkitti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi dhimma Raashiyaa fi Yuukreen akkasumas…
Dooniwwan Turkii deeggarsa namoomaa fe’an Liibiyaa ga’an
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Dooniwwan Turkii deeggarsa namoomaa lammiilee Liibiyaa sababa lolaan miidhamaniif oolu fe'an Liibiyaa ga'aniiru.
Dooniwwan kunneen namoota deeggarsa…
Kiim Joong Uun giddugala gabbisa Misaa’eela Hayparsooniikii fi Boombii Niwuu kilaraa Raashiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) –Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun giddugala gabbisa Misaa'eela Hayparsooniikii fi Boombii Niwuu kilaraa Raashiyaa daawwataniiru.
Kiim Joong Uun…
Niijeer Paaspoortii dippilomaatota sirna duraanii waliin hariiroo qabu jetteen kuma 1 haqxe
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Mootummaan Waraanaa Niijeer, Paaspoortii dippilomaatota sirna duraanii waliin hariiroo qabu jetteen kuma 1 haqxeetti.
Sanadoonni fi paaspoortiiwwan…
Namichi qaamolee misaa’elaa dhoksaan gara Ameerikaatti erge hidhaan waggaa 12 fi baatii 6 itti…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Ajaja basaaastoota Ameerikaatiin namichi qaamolee misaa’elaa Raashiyaa dhoksaan gara Ameerikaatti erguuf yaale hidhaa waggaa 12 fi baatii 6 itti murteessuu…
Hinditti dhibeen Vaayirasii ‘Niippaahii’ jedhamu mudachuu hordofee manneen barnootaa cufaman
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa bulchiinsa Keeraalaatti dhibeen Vaayirasii ‘Niippaahii’ jedhamu namoota 2 ajjeessuu hordofee manneen barnootaa akka cufaman ajajni darbuu…