Browsing Category
Idil Addunyaa
Iraan Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Sulayimaaniin walqabatee beenyaa Doolaara biiliyoona 50 gaaffatte
Finfinnee, Sadaasa 27, 2016 (FBC) – Iraan Ajjeechaa Jeneraal Qaasiim Sulayimaaniin walqabatee Ameerikaa fi namoota dhuunfaa biroo beenyaa Doolaara biiliyoona 50 gaaffatte.
Manni Murtii…
Viilaadmiir Putiin erga 2019 yeroo jalqabaaf Abudaabii galan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2016 (FBC)- Erga bara Faranjootaa 2019 as yeroo jalqabaaf Pireezidaantiin Raashiyaa Viilaadmiir Putii Gamtaa Emereetota Arabaa, Abudaabii galan.
Vilaadmiir Putiin…
Dooniin Humna Galaanaa Ameerikaa Daangaa Bishaanii ishee cabsee seenuu Chaayinaan beeksiifte
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Dooniin Humna Galaanaa Ameerikaa karaa seeraan alaa Daangaa bulchiinsa Bishaanii ishee cabsee seenuu Raayyaan Ittisaa Chaayinaa beeksise.
Dooniin humna…
Taanzaaniyaatti Sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 47 darbe
Finfinnee, Sadaasa 24, 2016 (FBC) – Taanzaaniyaatti Sigiga lafaa mudateen lubbuun namoota 47 yoo darbuu, namoota 85 irra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsame.
Kaaba Taanzaaniyaatti Rooba…
Waliigalteen yeroof dhukaasa dhaabuu xumuramuu hordofee Isiraa’eel Gaazaa haleeluu itti fufte
Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC) – Waliigalteen yeroof dhukaasa dhaabuu xumuramuu hordofee Isiraa’eel Gaazaa haleeluu itti fufuu gabaafameera.
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu tibba darbe…
Xiyyaarri Waraanaa Ameerikaa Lixa Jaappaanitti kufee caccabuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Xiyyaarri Waraanaa Ameerikaa Lixa Jaappaan qarqara galaana Odola Yaakuushiimaatti kufee caccabuu dhaga’ame.
Kana hordofee Eegdoonni Qarqara Galaanaa…
Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamteedha – Antooniyoo Guutareez
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Afrikaan Ardii miidhaa dachaaf saaxilamte ta’uu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez ibsan.
Antooniyoo Guutareez…
Hinditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun bahan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa Bulchiinsa Utaaraakhaanditti hojjettoonni ijaarsaa holqa jige keessa turan 41 guyyoota 17 booda lubbuun ba’uu isaanii ibsameera.
Namoonni…
Saatilaayitiin basaasaa Kooriyaan Kaabaa dhaabbilee Ameerikaa suuraa kaasuun gabaafame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2016 (FBC)- Saatilaayitiin basaasaa Kooriyaan Kaabaa tibba darbe gara samiitti furguggiste Masaraa Mootummaa Ameerikaa ‘White House’ dabalatee dhaabbilee biyyattii…
Hamaas waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka dheeratu gaafate
Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Waliigalteen Dhukaasa dhaabuu guyyoota arfan darbanii har’a xumuramuu hordofee Hamaas waliigalteen dhukaasa dhaabuu akka dheeratu fedhii qabaachuu…