Browsing Category
Idil Addunyaa
Dhimma Galaana Gurraachaarratti giddu seentummaa Ameerikaas ‘NATO’s akka hinbarbaanne Turki…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dhimma Galaana Gurraachaarratti giddu seentummaa Ameerikaas ta’e Dhaabbata Waadaa Waraanaa Atilaantikii Kaabaa (NATO) akka hinbarbaanne Turki beeksiste.…
Keeniyaa Moonbaasaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 46 darbe
Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Keeniyaa magaalaa Moonbaasaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 46 darbuu ibsame.
Biyyattiitti Rooba waqtii gannaa roobaa jiru hordofee balaan…
Pireezidaantiin Maalaawii ofii fi Kaabinee isaanii ala bahuu ugguran
Finfinnee, Sadaasa 7, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Maalaawii Dooktar Laazaarus Chaakiweeraa ofii isaanii fi Kaabinee isaaniirra uggura imala biyya alaa kaa’uun gabaafame.
Uggurri imalaa…
Ameerikaa fi Chaayinaan hariiroo waraanaa itti fufsiisuuf walii galan
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Ameerikaa fi Chaayinaan hariiroo waraanaa itti fufsiisuuf walii galuu dhaga’ameera.
Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan, Pireezidaantii Chaayinaa…
Moorookoon yeroo jalqabaaf Konkolaataa biyya keessatti oomishte gabaaf dhiyeessite
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Moorookoon yeroo jalqabaaf Konkolaataa Dhaabbata Oomisha Konkolaattootaa ‘Neo Motors’ jedhamuun biyya keessatti oomishame gabaaf dhiyeessite.…
Pireezidaanti Shii Jiinpiing Ameerikaa galan
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing yaa’ii tumsa Diinagdee Eeshiyaa Paassifik Sanfiraasikootti taa'amurratti hirmaachuuf Ameerikaa galaniiru.…
Gamtaan Awurooppaa bara darbe eegalee Yuukireeniif deeggarsa Yuuroo biiliyoona 27 taasisuun…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Gamtaan Awurooppa bara darbeerraa eegalee Yuukireeniif deeggarsa loltummaa Yuuroo biiliyoona 27 taasisu Hoggaanaan Dhimma Alaa fi Nageenyaa Gamtichaa Jooseef…
Deeviid Kaameruun Ministira Dhimma Alaa Ingiliiz ta’uun mudaman
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee duraanii Ingiliiz Deeviid Kaameruun Ministira Ministeera Dhimma Alaa biyyattii ta’uun mudamaniiru.
Ministirri Muummee Ingiliiz…
Hinditti Holqi ijaarramaa jiru jiguun lubbuu hojjettoota 30 galaafate
Finfinnee, Sadaasa 3, 2016 (FBC) – Hindi Bulchiinsa Hiimaaliyaatti sigiga lafaa madateen Holqi ijaarramaa jiru jiguun lubbuu hojjettoota 30 galaafachuu ibsameera.
Hojjettoonni Ittisa…
Qoqqobbiiwwan Biyyoota Lixaa Raashiyaan dandeetti ishee akka guddistuuf carraa uumeera-Dimiitirii…
Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC)- Qoqqobbiiwwan Biyyoonni Lixaa kaa’aan Raashiyaan dandeettii ishee sirnaan akka fayyadamtu taasiseera jedhan Dubbii Himaan Kireemliin Dimiitirii Peeskoov.…