Browsing Category
Idil Addunyaa
Hamaas Qondaaltonni waraanaa 4 jalaa ajjeefamuu beeksise
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Hamaas waraana gaggeeffamaa jiruun Qondaaltonni waraanaa olaanoon 4 jalaa ajjeefamuu beeksiseera.
Qondaalli waraanaa Hamaas Alqaasiim Birgeed ibsa…
Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaan Jeneraal…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoohu Pireezidaantii Mana Maree Birmadummaa Sudaan Leetanaan…
Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Isiraa’eel fi Hamaas hojiirra ooluu eegale
Finfinnee, Sadaasa 14, 2016 (FBC) – Waliigalteen dhukaasa dhaabuu guyyoota 4f Isiraa’eel fi Hamaas gidduutti taasiifame har’a hojiirra ooluu eegaluu ibsameera.
Qaamoleen lamaan guyyoota…
Raashiyaan marii nageenyaa Yuukireen waliin taasisuuf abdii hinkutattu-Putiin
Finfinnee, Sadaasa 13, 2016 (FBC)- Raashiyaan marii nageenyaa Yuukireen waliin taasisuurraa abdii hinkutattu jechuun Pireezidaanti Vilaadmiir Putiin dubbatan.
Pireezidantiin Raashiyaa…
Kooriyaan Kaabaa Saatilaayitii basaasaa gara Hawaatti furguggisuu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Saatilaayitii basaasaa milkaa’inaan gara Hawaatti furguggisuun gabaafame.
Barana yaaliin yeroo 2ffaaf taasiste kan jalaa fashalaa’ee…
Gaazaatti dhiyeessiin deeggarsa namoomaa akka itti fufuuf BRICS gaafate
Finfinnee, Sadaasa 12, 2016 (FBC)- Deeggarsi namoomaa Gaazaarraa addaan cite “saffisaa fi waarinaan” akka itti fufuu fi rakkooleen jiran mariin akka furaman biyyoonni miseensa gareen “BRICS”…
Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi gareen BRICS dhimma waraana Isiraa’eelii fi Hamaasirratti…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii fi biyyoonni miseensa BRICS dhimma waraana Isiraa’eelii fi Hamaasirratti marii gaggeessuuf ta’uu ibsame.
Qaamoleen…
Giruuppiin Baankii Misooma Addunyaa Keeniyaaf Liqaa Doolaara biiliyoona 12 ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Giruuppiin Baankii Misooma Addunyaa Keeniyaaf Liqaa Doolaara biiliyoona 12 ifoomseera.
Liqaan Doolaara biiliyoona 12 yookaa Shilingii Keeniyaa…
Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaara miiliyoona 100 olii Yuukreeniif deeggarsa taasisuuf ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee waraanaa Doolaara miiliyoona 100 olii Yuukreeniif deeggarsa taasiisuuf ta’uu beeksifte.
Akkaatuma waadaa galameen Ameerikaan…
Hindi deeggarsa namoomaa marsaa 2ffaa gara Gaazaatti ergite
Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Hindi deeggarsa namoomaa lubbuu lammiilee nagaa baraaruu danda’u Toonii 32 gara Gaazaatti erguu beeksifte.
Deeggarsi namoomaa marsaa 2ffaa kun…