Browsing Category
Idil Addunyaa
Kirkira lafaa Morokootti mudateen lubbuun namoota 820 olii darbe
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)-Morookootti kikira lafaa mudateen lubbuun namoota 820 darbuun gabaafame.
Kirikira lafaa maginiitiyuudii 6.8 galmeesse kanaan lubbuu namootaa dabaruutti…
Liibiyaan godaantoota seeraan alaa 270 gara biyya isaanitti deebifte
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Liibiyaan godaantoota seeraan alaa biyyoota Afrikaa fi Eeshiyaa 270 gara biyya isaanitti deebifteerti.
Godaantoonni kunneen harki caalu lammiilee…
Miseensonni biyyoota Garee 20 Gamtaa Afrikaaf teessoo miseensummaa dhaabbiin akka kennan waliigalan
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Miseensonni biyyoota Garee 20 Gamtaa Afrikaaf qixa Gamtaa Awurooppaa teessoo miseensummaa dhaabbiin akka kennamuuf waliigalan.
Murtechis, biyyoota 55 kan…
Mootummaan Chaayinaa hojjettoonni meeshaalee dijitaalaawaa alaa galan akka hinfayyadamne dhorke
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa hojjettoonni meeshaalee dijitaalawaa alaa galan akka hinfayyadamne dhorkuun gabaafame.
Dhorkii kanaafis sababni sodaa nageenya…
Chaayinaa fi Biyyoonni Eeshiyaa nageenyaa fi misoomaa ardii mirkanessuuf ni hojjetu-Lii Chiyaangi
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Chaayinaa fi Biyyoon Eeshiyaa nageenyaa fi misoomaa ardii mirkaneessuuf ni hojjetu jechuun Muummeen Ministiraa Chaayinaa Lii Chiyaangi dubbatan.
Yaa’iin…
Dargaggoonni Afrikaa furmaata jijjiirama qilleensaa irratti akka hojjetaniif deeggarsi Doolaara…
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Dargaggoonni Afrikaa furmaata jijjiirama qilleensaa irratti akka hojjetaniif deeggarsi Doolaara biiliyoona 1 ifoomuu ibsameera.
Deeggarsicha kan…
Putiin dhimma waliigaltee midhaan Yukreenirratti Eerdohaan waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadimiir Putiin dhimma waliigaltee midhaan Yukreenirratti gita isaanii Turkii Rasiip Xaayib Eerdohaan waliin mari’ataniiru.…
Zeleneskiin Ministira Ittisaa jijjiiruufi
Finfinnee, Hagayya 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Yuukireen Voloodmiir Zeleniskiin Ministira ittisaa biyyaattii aangoorraa kaasuun haaraan akka bakka buusan beeksisan.
Murtee isaanii…
“Baqattoota Eertiraa waldhabdee keessatti hirmaatan hatattamaan Israa’el akka gadhiisan…
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Ministirri Muummee Israa’el Beeniyaamin Netaaniyaahuun magaalaa Teel Aviv keessatti baqattoonni Eertiraa waldhabdee keessatti hirmaatan hatattamaan…
Lammiilee Ertiriyaa kola galtummaa gaafataniifi Poolisii Isiraa’eel gidduutti walitti…
Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Qophii Isiraa'eetti Embaasii Eertiriyaa qopheesse hordofee mormii lammiileen kolagaltummaa gafatan kaasaniin miidhaan qaqqabuu ibsameera.
Walitti…