Browsing Category
Idil Addunyaa
Xiyyaari dursaan Waaginar keessa turan caccabuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Xiyyaarri hogganaan waraana miindaa guddaan qacaramee lolu 'Waaginar' Piriigoozhin keessa tura kufaa caccabuu ibsameera.
Xiyyaara har'a Kaaba Mooskootti…
Balaa ibiddaa Kaanaadaatti mudateen jiraattoonni kumni 30 ol buqqa’uun ibsame
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Kaanaadaatti mudateen jiraattoonni kumni 30 ol qa’eef qabeenyaa isaaniirraa buqqa’uu ibsameera.
Balaan Ibiddaa kun kutaa biyyattii hedduu…
“BRICS” caalmaatti akka cimu Pireezidaanti Shii Jiinpiinga waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) – Sirna idil addunyaa haqa qabeessa ta’e dhugoomsuuf lakkoofsi biyyoota miseensa“BRICS” dabaluu fi caalmaatti cimuu akka qabu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii…
Shii Jiin Piing yaa’ii BRICS 15ffaarratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa galan
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiin Piing yaa’ii hoggantoota ‘BRICS’ 15ffaarratti hirmaachuuf Afrikaa Kibbaa galaniiru.
Pireezidaantichi wayita…
Gamtaan Afrikaa Niijeeriin hirmaannaa miseensummaarraa uggure
Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Gamtaan Afrikaa bara Faranjootaa Adoolessa 26, 2023 fonqolcha Mootummaa Niijeeritti gaggeeffame hordofee biyyattiin sochiiwwan hundarratti akka…
Jaappaan bishaan faalama niwukilirraa qulqullaa’e galaanatti gadi lakkisuu eegaluufi
Finfinne, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Jaappaan buufataa gabbisa niwukilaraa Fukaashimaa irraa bishaan faalama balfa niwukilaraa irraa qulqullaa’e Kamisa dhufurraa eegalte galaanatti gadi…
Afrikaan hirkattummaa boba’aa keessaa ba’uuf abdii qabdii jedhame
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)-Afrikaan hirkattummaa boba’aa keessaa ba’uuf abdii qabaachuu ogeeyyiin eegumsa naannawaa ibsan.
Yeroo ammaa ardichatti boba’aa %52 anniisaa haareffamaa…
Kooriyaan Kaabaa yaalii misaa’ela fageenya dheeraa taasiste
Finfinnee, Hagayya 15, 2015 (FBC)- Wayita Kooriyaan Kibbaa fi Ameerikaan Shaakala waraanaa waggaa waggaan gaggeessan eegalanitti, Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joongi Uun yaalii…
Raashiyaan lammiilee Biriitaaniyaa 54 irra qoqqoobbii keesse
Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Raashiyaan lammiilee Biriitaaniyaa Geezxeessitootaa fi bakka buutoota seera kabachiiftootaa 54 irra qoqqoobbii kaa'uu beeksiifte.
Biriitaaniyaan…
Dooniiwwan waraanaa Raashiyaa fi Chaayinaa gara odola Jaappaanitti siqaa jiraachuun gabaafame
Finfinnee, Hagayya 12, 2015 (FBC)- Ameerikaa, Jaappanii fi Kooriyaan Kibbaa wayita jala bultii yaa’ii gamsadee gaggeessuuf jiranitti dooniiwwan waraanaa Raashiyaa fi Chaayinaa garaa odolaa…