Browsing Category
Idil Addunyaa
Sabaastiyaan Koon Koongiransii Atleetiksii Addunyaa irra deebiin akka dursan filataman
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC) – Lammiin Ingiliiz Sabaastiyaan Koon Koongiransii Atleetiksii Addunyaa irra deebiin akka dursan filatamaniiru.
Yaa’iin Koongiransii Atleetiksii Addunyaa…
Galoo Galaanaa Keeppi Verdeetti bidiruun garagaluun lubbuun godaantota 60 darbuun gabaafame
Finfinnee, Hagayya 11, 2015 (FBC)-Bidiruun godaantota feetee imalaa turtee Galaana Atilaantik naannawaa Galoo Galaanaa Keeppi Verdeetti garagaluun godaantonni 60 ta’an lubbuun darbuu akka…
Qindoominni Raayyaa Ittisaa Ameerikaa, Jaappaanii fi Kooriyaa Kibbaa waldhabdee naannawaa hammeessa…
Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Qindoominni Raayyaa Ittisaa Ameerikaa, Jaappaanii fi Kooriyaa Kibbaa waldhabdee naannawaa kan hammeessu ta’uu Chaayinaan ibsite.
Hoggantoonni Ameerikaa,…
Gamtaan Emereetota Arabaa namoota daddabarsa maallaqaa seeraan alaan shakkite 387 to’atte
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC)-Gamtaan Emereetota Arabaa namoota daddabarsa maallaqaa seeraan alaan shakkite 387 to’annoo jala oolchite.
Ministeerri Dhimma Biyya Keessa biyyattii akka…
Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 ga’e
Finfinnee, Hagayya 8, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 93 ga’uu gabaafameera.
Balaa Ibiddaa kanaan lubbuun namoota 93 yoo…
Ittaanaan Pireezidaantii Taayiwaan Ameerikaa galuun Chaayinaa dheekkamsiise
Finfinnee, Hagayya 7, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Taayiwaan Wiiliyaam Leey Ameerikaa galuun Chaayinaa dheekkamsiisuun gabaafame.
Ministirri Dhimma Alaa Chaayinaa dhimmicha…
Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’e
Finfinnee, Hagayya 6, 2015 (FBC) – Balaa Ibiddaa Ameerikaa bulchiinsa Hawaayitti muudateen lakkoofsi namoota du’anii 67 ga’uu gabaafameera.
Balaa Ibiddaa kanaan lubbuun namoota 67 yoo…
Bosona Amaazoon manca’iinsarraa bararuuf waliigaluu n hindanda’ame
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Biyyooni Ameerikaa Kibbaa Biraazilitti walga’ii gaggeessaniin balaaf kan saaxilamaa kan ta’e Bosona Amaazoon manca’iinsarraa baraaruuf galma waloorratti…
Biyyoonni miseensota IGAD weerara Awwaannisaa waloon akka to’atan waamichi dhiyeete
Finfinnee, Hagayya 5, 2015 (FBC)- Biyyoonni miseensota Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) weerara Awwaannisaa waloon akka to’atan Manni Maree Ministirootaa dhaabbatichaa…
Bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 41 darbe
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Odola Xaaliyaanii Laampeeduusaatti Bidiruun dhidhimuun lubbuun Godaantoota 41 darbuu ibsameera.
Bidiruun godaandoota feetee Tuuniziyaa Sifaaksii ka’uun…