Browsing Category
Idil Addunyaa
Hoggantoonni Afrikaa rakkoo ardiif furmaata ardii qopheessuu qabu – Obaasaanjoo
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Hoggantoonni Afrikaa rakkoo ardichaaf furmaata ardii qopheessuu qabu jedhan Pireezidaantiin Naayijeeriyaa Duraanii Oliiseeguu Obaasaanjoon.…
Lolli Isiraa’elii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lammiilee hedduu rakkoo hamaaf saaxiluu DhMG…
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’elii fi Hamaas gidduutti gaggeeffamaa jiru lammiilee hedduu rakkoo hamaaf saaxiluu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiiseera.…
Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudate
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Afgaanistaanitti yeroo 2ffaaf kirkirri lafaa mudachuun gabaafame.
Kirkirri lafaa mudate kunis, Reektar Iskeelii 6.3 kan galmaa’e yoo ta’u, kutaa…
Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan darba-Qorannoo
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)-Afrikaatti waggaa waggaan lubbuun shamarran kuma 44 sababa kittaannaan akka darbu qorannoon ifoomse.
Bu’aan qorannoo ifoomees biyyoota akka…
Sagantaan Nyaataa Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf…
Finfinnee, Fulbaana 30, 2016 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaata Addunyaa Gaazaa fi Westi Baankitti Kooriidaroota deeggarsa namoomaa bansiisuuf hojii eegaluu…
Isiraa’el garee Hamaas irratti humna guddaa kan fayyadamtu ta’uu Beenjaamiin Netaanyaahuun beeksisan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Lolli Isiraa’eelii fi Hamaas gidduutti Sanbata darbe eegale lubbuu lammiilee nagaa hedduu galaafachaa jiraachuu ibsameera.
Hanga ammaatti gama…
Ameerikaan waraana ishee gara Isaraa’elitti siqsite
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC)-Hamaas naannawaa Kibba Israa’elitti haleellaa raawwachuu hordofee Ameerikaan waraana ishee gara Israa’elitti siqsuun gabaafame.
Nageenyi Biyyaalessaa…
Waraanni Isiraa’eelii fi Hamaa hanga ammaatti lubbuu lammiilee kuma 1 fi 113 olii galaafachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2016 (FBC) – Lolli Israa’elii fi Hamaas gidduutti sanbata darbe eegale hanga yonaatti itti fufuu ibsameera.
Waraana kana hordofee biyyoonni addunyaa gurguddoon…
Ameerikaan dhaabbilee Chaayinaa 42 irra qoqqoobbii keesse
Finfinnee, Fulbaana 26, 2016 (FBC) – Ameerikaan dhaabbilee Chaayinaa Raashiyaaf meeshaalee waraanaa dhiyeessu jette 42 irra qoqqoobbii sochii daldalaa kaa'uu beeksiifte.
Waraana…
Lammiin Iraan Nargees Mahaamadi Badhaasaa Noobeelii nageenyaa 2023 injifatte
Finfinnee, Fulbaana 25, 2016 (FBC)- Qabsooftuu cunqursaa dubartootaa Iraan, qabsoo bilisummaa fi mirgaa namoomaaf taasifteef badhaasa noobeelii nageenyaa 2023 lammii Iraan Nargees…