Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruufi
Finfinnee, Hagayya 3, 2015 (FBC) – Raashiyaa fi Kooriyaan Kibbaa Ugaandaatti madda Anniisaa Niwukilaraa ijaaruu eegaluuf ta’uu Pireezidaantiin biyyattii Yuuweerii Muuseeveeniin beeksisan.…
Hindi Walitti bu’iinsa Yuukreeniif furmaanni hunda galeessi akka laatame gaaffatte
Finfinnee, Hagayya1, 2015 (FBC) – Hindiin waldhabdee Yuukreen keessatti uumameef furmaanni hunda galeessi akka kennamu gaafatteerti.
Hindi walga’ii Saa’ud Arabiyaatti gaggeeffamerratti…
Imraan Kahaan hidhaan waggaa sadii itti murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 29, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa Duraanii Paakistaan Imraan Kahaan yakkaa malaammaltummaa raawwatan jedhamuun walqabatee hidhaan waggaa sadii itti murtaa’eera.…
Beejiingitti waggoota 140 keessatti mudatee kan hinbeekne roobni olaanaan roobe
Finfinnee, Adoolessa 26, 2015 (FBC)- Chaayinaa Beejiingitti bara Faranjootaa Adoolessa 29 hanga Hagayya 2, 2023’tti waggoota 140 keessatti mudatee kan hinbeknee roobni olaanaan roobuun…
Humnoonni Sudaan lameen waraana akka dhaaban Saa’uud Arabiyaan waamichaa dhiyeessite
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC)- Ministirri Alaa Saa’uud Araabiyaa Faayisal Biin Farhaan Sa’uudu humnoonni Sudaan keessatti walwaraanan lameen walitti bu’iinsa dhaabuun biyyatti…
Waraanni Niwukilaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa caalaa hamaa miti – Antoonii Bilinkeen
Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Waraanni Niwukilaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa caalaa hamaa miti jedhan Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkeen.
Jijjiiramni Qabeenyaa…
Pireezidaanti Putiin yaadni nagaa Afrikaa nageenyaa Yaashiyaa-Yuukireeniif bu’uura ta’uu mala jedhan
Finfinnee, Adoolessa 23, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Viidmiir Putiin yaadni nagaa dureewwan Afrikaan dhiyaate dhaabbachuu waraana Raashiyaa-Yuukireeniif bu’uura ta’uu akka malu…
Ameerikaan deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 345 Taayiwaaniif taasiste
Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) –Ameerikaan deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 345 Taayiwaaniif taasisuu ibsameera.
Deeggarsichi Taayiwaan qocholoo qaama kamiinuu irratti yaalamu…
Moskoon liqii biyyoota Afrikaa Doolaara biiliyoona 23 haqxe
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC)- Mooskoon liqii biyyoota Afrikaa Doolaara biiliyoona 23 haquu Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin beeksisan.
Yaa’ii dureewwan Raashiyaa-Afrikaa…
Walitti bu’iinsi Raashiyaa -Yuukireen dhaabbachuun Afrikaatti “Lubbuu Baraaruudha”-Azaalii Asumaanii
Finfinnee, Adoolessa 21, 2015 (FBC) - Walitti bu’iinsi Raashiyaa-Yuukireen dhaabbachuu jechuun oomishaalee fi midhaanota geejjiba galaanaan biyyootaa birootti ergaman irratti kan hirkatan…