Browsing Category
Idil Addunyaa
Moorookoo, Ispeenii fi Poorchugaal Waancaa Addunyaa bara 2030 waloon kan qopheessan ta’uu…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Moorookoo, Ispeenii fi Poorchugaal Waancaa Addunyaa bara 2030 waloon kan qopheessan ta'uu Waldaan Kubbaa Miilaa Addunyaaa beeksiseera.
Taphoonni…
Arjaan Hindii ilma isaa waliin Zimbaabiweetti balaa xiyyaaraan du’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Biiliyeennarri Hindii Harpaal Raandaawaa fi Ilmi isaa umrii waggaa 22 balaa xiyyaaraa Zimbaabiweetti mudateen lubbuun isaanii darbuu ibsameera.…
Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biiliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa gale
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa deeggarsa waraanaa Yuuroo Biliyoona 5.4 Yuukireeniif taasisuuf waadaa galuun ibsame.
Gamtaan biyyootaa 27 Raashiyaa injifachuuf…
Paakistaanitti shakkamtoonni kalee namoota guurratan to’ataman
Finfinnee, Fulbaana 22, 2016 (FBC)- Poolisiin Kaaba Baha Paakistaan shakkamtoota qaama namaa saamaanii daldalan 8 to'achuu beeksiseera.
Hogganaan Gartuu Saamtotaa Qaama Namaa Fawaad…
Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Biriitaaniyaan loltoota ishee Yuukreeniif erguuf fedhii qabaachuu Ministeerri Raayyaa Ittisaa biyyattii beeksiseera.
Ministirri Ministeera Raayyaa…
Lakkoofsi namoota Galaana Meditiraaniyaaniitti lubbuun darabanii dachaa sadiin dabale
Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Lakkoofsi Godaantota Afrikaa Gara Awurooppaatti ce’uuf utuu yaalanii Galaana Meditiraaniyaaniitti lubbuun darbanii dachaa sadiin dabaluu Dhaabbanni…
Paakistaanitti haleellaan badee balleessaan raawwate lubbuu namoota 50 galaafate
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) - Paakistaan bulchiisa Balochistan jedhamutti dhohiinsi Boombii bakka namoonni ayyaana Mawuliidaa kabajuuf walitti qabamanitti raawwate lubbuu namoota 50…
Jilli Dooktar Warqinaan durfamu Waajjira Qindeessaa Misooma daangaa ce’aa Itiyoo –Keeniyaa…
Finfinnee, Fulbaana 18, 2016 (FBC) – Jilli Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon durfamu Waajjira Qindeessaa Misooma daangaa ce’aa Itiyoo…
Taayiwaan dandeettii ofii isheen doonii hojjette ifoomite
Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Taayiwaan dandeettii ofii isheen Doonii hojjette har’a ifoomsiteetti.
Taayiwaaniif doonii jalqabaa ta’uun kan eerame kun Pireezidaanti biyyattii Saayoo…
Iraaqitti balaa Ibiddaa mudateen namoonni sirna cidhaarra turan 100 du’an
Finfinnee, Fulbaana 16, 2016 (FBC) – Iraaqitti balaa Ibiddaa mudateen namoonni sirna cidhaarra turan 100 lubbuun darbuu gabaafameera.
Namoota 150 olirra ammoo miidhaan qaamaa qaqqabuu…