Browsing Category
Idil Addunyaa
Kiim Joongi Uun daawwannaaf Raashiyaa galan
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joongi Uun daawwannaaf Raashiyaa galuun gabaafame.
Kiim Pireezidaantii Raashiyaa Vilaadmiir Putiin waliin…
Moorokoon deeggarsa lubbuu baraaruu biyyoota 4 irraa dhiyaate kan simattu ta’uu beeksiisfte
Finfinnee, Qaammee 6, 2015 (FBC) – Moorokoon deeggarsa lubbuu baraaruu Ispeen, Ingiliiz, Kuwaataarii fi Emireetoonni Araba Gamtoomanii dhiyeessan kan simattu ta’uu beeksiisfte.…
Morookootti lakkoofsi namoota kirkira lafaan du’anii kuma 2 caale
Finfinnee, Qaammee 5, 2015 (FBC)- Morookootti balaa kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii kuma 2 dabruun gabaafame.
Balaan kirkira lafaa magniitiyuudii 6.8 galmeesseen…
Morookootti namoonni kirkirlaa lafaan du’an kuma 1 caale
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Morookootti balaa kirkira lafaa mudateen lakkoofsi namootaa lubbuun isaanii darbee kuma 1 dabruun gabaafame.
Balaan kirkira lafaa magniitiyuudii 6.8…
Gareen 20 Gamtaa Afrikaa miseensaa dhaabbii taasisuun simate
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)- Gareen biyyoona 20 (G20) Gamtaa Afrikaa miseensaa dhaabbii taasisuun simachuu ifoomse.
Muummeen Ministiraa Hindii Naaraandiraa Moodiin Niwu Deelhiitti…
Kirkira lafaa Morokootti mudateen lubbuun namoota 820 olii darbe
Finfinnee, Qaammee 4, 2015 (FBC)-Morookootti kikira lafaa mudateen lubbuun namoota 820 darbuun gabaafame.
Kirikira lafaa maginiitiyuudii 6.8 galmeesse kanaan lubbuu namootaa dabaruutti…
Liibiyaan godaantoota seeraan alaa 270 gara biyya isaanitti deebifte
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Liibiyaan godaantoota seeraan alaa biyyoota Afrikaa fi Eeshiyaa 270 gara biyya isaanitti deebifteerti.
Godaantoonni kunneen harki caalu lammiilee…
Miseensonni biyyoota Garee 20 Gamtaa Afrikaaf teessoo miseensummaa dhaabbiin akka kennan waliigalan
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC)- Miseensonni biyyoota Garee 20 Gamtaa Afrikaaf qixa Gamtaa Awurooppaa teessoo miseensummaa dhaabbiin akka kennamuuf waliigalan.
Murtechis, biyyoota 55 kan…
Mootummaan Chaayinaa hojjettoonni meeshaalee dijitaalaawaa alaa galan akka hinfayyadamne dhorke
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Mootummaan Chaayinaa hojjettoonni meeshaalee dijitaalawaa alaa galan akka hinfayyadamne dhorkuun gabaafame.
Dhorkii kanaafis sababni sodaa nageenya…
Chaayinaa fi Biyyoonni Eeshiyaa nageenyaa fi misoomaa ardii mirkanessuuf ni hojjetu-Lii Chiyaangi
Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Chaayinaa fi Biyyoon Eeshiyaa nageenyaa fi misoomaa ardii mirkaneessuuf ni hojjetu jechuun Muummeen Ministiraa Chaayinaa Lii Chiyaangi dubbatan.
Yaa’iin…