Browsing Category
Idil Addunyaa
Dooniwwan Turkii deeggarsa namoomaa fe’an Liibiyaa ga’an
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Dooniwwan Turkii deeggarsa namoomaa lammiilee Liibiyaa sababa lolaan miidhamaniif oolu fe'an Liibiyaa ga'aniiru.
Dooniwwan kunneen namoota deeggarsa…
Kiim Joong Uun giddugala gabbisa Misaa’eela Hayparsooniikii fi Boombii Niwuu kilaraa Raashiyaa…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) –Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun giddugala gabbisa Misaa'eela Hayparsooniikii fi Boombii Niwuu kilaraa Raashiyaa daawwataniiru.
Kiim Joong Uun…
Niijeer Paaspoortii dippilomaatota sirna duraanii waliin hariiroo qabu jetteen kuma 1 haqxe
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Mootummaan Waraanaa Niijeer, Paaspoortii dippilomaatota sirna duraanii waliin hariiroo qabu jetteen kuma 1 haqxeetti.
Sanadoonni fi paaspoortiiwwan…
Namichi qaamolee misaa’elaa dhoksaan gara Ameerikaatti erge hidhaan waggaa 12 fi baatii 6 itti…
Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Ajaja basaaastoota Ameerikaatiin namichi qaamolee misaa’elaa Raashiyaa dhoksaan gara Ameerikaatti erguuf yaale hidhaa waggaa 12 fi baatii 6 itti murteessuu…
Hinditti dhibeen Vaayirasii ‘Niippaahii’ jedhamu mudachuu hordofee manneen barnootaa cufaman
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Hindi Kutaa bulchiinsa Keeraalaatti dhibeen Vaayirasii ‘Niippaahii’ jedhamu namoota 2 ajjeessuu hordofee manneen barnootaa akka cufaman ajajni darbuu…
Putiin Kooriyaa Kaabaa akka daawwataniif afeerraa Kiin Jongi Uun simatan
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Rashiyaa Vilaadmiir Putiin Kooriyaa Kaabaa akka daawwataniif afeerraa Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joongi Uun taasisaniif…
Ijipti balaawwan Liibiyaa fi Moorokootti mudate hordofee guyyaa gadda biyyaalessaa labsite
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Ijipti balaawwan Liibiyaa fi Moorokootti mudate hordofee aantummaa ishee mul’isuuf guyyoota 3f guyyaa gadda biyyaalessaa labsiteerti.
Pireezidaantiin…
Koloneeffannaa harka duubaa hambisuuf Raashiyaa waliin ni qabsoofna – Kiim Joong
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Koloneeffannaa harka duubaa hambisuuf Raashiyaa waliin kan qabsaa’an ta’uu Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun ibsan.
Kiim Joong Uun…
Balaa lolaa Liibiyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii kuma 5 fi 300 caale
Finfinnee, Fulbaana 2, 2016 (FBC) – Balaa lolaa Liibiyaatti mudateen lakkoofsi namoota lubbuun darbanii kuma 5 fi 300 caaluu ibsame.
Namoonni kumni 10 ol achi buuteen isaanii hin argamne…
Liibiyaatti namoonni kuma 2 fi 300 balaa lolaan du’an
Finfinnee, Fulbaana 1, 2016 (FBC)-Liibiyaatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota kuma 2 fi 300 darbuun gabaafame.
Har’a roobaa cimaa bubbee makatee roobeen balaan lolaa biyyattiitti…