Browsing Category
Idil Addunyaa
Helekooptaroonni waraanaa Ameerikaa shaakalarra turan kufuu gabaafame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Helekooptaroonni waraanaa Ameerikaa “Bilaak Haawuk” jedhamuun beekaman lama shaakalarra osoo jiranii bulchiinsa Kiintaakiitti kufuu Waraanni biyyatti…
Raashiyaan shaakalaa loltummaa misaa’eela baalastikii “Yaarsi” jedhamuu eegalte
Finfinnee, Bitootessa 20, 2015 (FBC)- Raashiyaan misaa’eela baalastikii fageenyaa dheeraa “Yaarsi” jedhamuu hojirra oolchuuf shaakala loltummaa taasisuu eegaluun gabaafame.
Misaa’eelli…
Ilmi Pireezidaantii Yugaandaa Jeneraal Muhoozii Kaayineerugaabaan barana soorama ba’uun dirqama…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) –Ilmi Pireezidaantii Yugaandaa Yuuweerii Muuseeveebii Jeneraal Muhoozii Kaayinarugaabaan waraanaa biyyattii keessaa barana soorama ba’uuf murteessuu…
Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa dabalaa jiraachuu eerame
Finfinnee, Bitootessa 18, 2015 (FBC) – Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa dabalaa jiraachuu Dhaabbanni Maallaqa Addunyaa beeksiise.
Qaala’iinsi Diinagdee Addunyaa caalmaatti dabalaa jiraachuu…
Kutaalee Bulchiinsa Ameerikaa 2 keessatti Obomboleessa mudateen lubbuun namoota 26 darbe
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Kutaalee Bulchiinsa Ameerikaa Miisiisiippii fi Albaamaa keessatti Obomboleessa cimaa mudateen lubbuun namoota 26 darbuu gabaafame.
Obomboleessa…
Afrikaa Bahaatti hongee mudateen Beelladoonni miiliyoonni 9.5 du’uu DhMG beeksise
Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Afrikaa Bahaatti hongee mudate hordofee Beelladoonni miiliyoonni 9.5 ol du'uu Dhaabbaata Mootummoota Gamtoomaniitti Sagantaan Nyaataa Addunyaa…
Kooriyaan Kaabaa yaalii Diroonii bishaan keessaa niwukilara baachuu dandeessuu taasiste
Finfinnee, Bitootessa 15, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun yaalii diroonii bishaan keessaa niwukilara baachuu dandeessuu taasisuu miidiyaan biyyattii gabaaseera.…
Ameerikaan naannawaa Galaana Kibba Chaayinaatti buufata waraanaa ijaaruuf karoorsuun ishee Chaayinaa…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ameerikaan dhiyeenya naannawaa Galaana Kibba Chaayinaatti buufata waraanaa ijaaruuf karoorsuun ishee Chaayinaa dheekkamsiisuu gabaafame.
Ameerikaan…
Dhibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisuuf waggaa waggaan Doolaara tiriiliyoona 3.5…
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Dhibbaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachiisuuf waggaa waggaan Doolaara tiriiliyoona 3.5 kan barbaachisu ta’uu Komishiniin Ce’umsa Humnaa Ingiliz…
Vilaadmiir Puutiiniifi Shii Jiinpiing waliigaltee garaagaraa waliif mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiiniifi Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing waliigaltee garaagaraa waliif mallatteessuu gabaafame.…