Browsing Category
Idil Addunyaa
Jijjiiramni qabeenyaa qilleensaa hamaan mudachuu danda’aa-WHO
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) jijjiramni qabeenya qilleensaa hamaan Addunyaa irratti mudachuu akka danda’u ibse.
Daayrektarri Olaanaan…
Chaayinaan, Ameerikaan meeshaalee waraanaa Taayiwaanitti akka hingurgurre mormite
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ameerikaan Taayiwaaniif meeshaalee waraanaa gurguruu hinqabdu jechuun Chaayinaan cimsitee mormite.
Baatii Bitootessaa keessa Ameerikaan meeshaalee…
Addunyaarratti ho’inni olaanaan guyyaa kaleessaa galmaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2015 (FBC)- Ho’inni olaanaan addunyaa guyyaa kaleessaa galmaa’uun gabaafame.
Odeeffannoon Giddugala Raaga Haala Qilleensaa Biyyaalessaa Ameerika akka mul’isutti,…
Isiraa’eel Westi Baankii Magaalaa Jeniin haleelte
Finfinnee, Waxabajjii 26, 2015 (FBC) – Isiraa’eel Buufata Baqattootaa Filisxeem Westi Baankii Magaalaa Jeniinitti argamu humna qilleensaan haleeluu beeksiifte.
Biyyattiin magaalaa Jeniin…
Pireezidaanti Imaanu’eel Maakroon daawwannaa Jarmanitti taasiisuuf turan haqan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Faransaay Imaanu'eel Maakroon rakkoo nageenyaa biyyattii muudate hordofee daawwannaa Jarmanitti taasiisuuf turan haquu beeksisan.…
Keeniyaatti balaa konkolaataa mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du’uu dhaga’ame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Keeniyaatti balaa konkolaataa bakka namoonni heddummatanitti mudateen yoo xiqqaate namoonni 49 du'uu pooliisiin biyyatti beeksise.
Balaan kun kan…
Waldhabdee fi jeequmsi Faransaayitti eegale hammaatee itti fufuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2015 (FBC) – Ajjeechaa Poolisiin dargaggeessa tokkorratti raawwate hordofee Walitti bu’iinsii fi jeequmsi Faransaayitti jalqabe hammaatee itti fufuu dhaga’ameera.…
Caccabaan Bidiruu Tiitaan bishaan jalatti achi buuteen ishee dhabamtee turte gartokkoon argame
Finfinnee, Waxabajjii 21, 2015 (FBC) – Caccabaan Bidiruu Tiitaan bishaan jalatti achi buuteen ishee dhabamtee turte guyyaa har'aa gartokkoon argamuu dhaga'ame.
Qaamni Bidiruu Tiitaan gara…
Seenaa keessatti imalli Hajjii Guddaan Saa’ud Arabiyaatti eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Seenaa keessatti imalli Hajjii Guddaan namoota miiliyoona 2.5 caalu hirmaachise Saa’ud Arabiyaatti eegalameera.
Imalli guyyaa kaleessa eegalame kun…
Kaanaadaatti balaan Ibiddaa mudate lafa Bosonaa heektaara miiliyoona 7 ol waliin gahe
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2015 (FBC) –Kaanaadaatti balaan Ibiddaa mudate babal'achuun lafa Bosonaa heektaara miiliyoona 7.2 waliin gahuu dhaga'ame.
Balicha balaa Ibiddaa hanga ammaatti…