Browsing Category
Idil Addunyaa
Pireezidaanti Putiin Afrikaa Kibbatti kan gaggeeffamu yaa’ii “BRICS” irratti hinhirmaatan jedhame
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin, Hagayya dhufu Afrikaa Kibbatti kan gaggeeffamu yaa’ii “BRICS” irratti kan hinhirmaanne ta’uun ibsame.…
Chaayinaan ofii isheen faalama naannawaa hir’isuuf ni hojjetti–Shii Jiinpingi
Finfinnee, Adoolessa 12, 2015 (FBC)-Chaayinaan daandii ofii isheen faalama naannawaa hir’isuuf kan hojjettu ta’uu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpingi ibsan.
Shii Jiinping, kana kan…
Faalama addunyaaf gahee olaanaa kan qooddatan Ameerikaa fi Chaayinaan dhimmicharratti mari’achuufi
Finfinnee, Adoolessa 9, 2015 (FBC)-Addunyaarratti dhiibbaa jijjirama qabeenya qilleensaaf gahee olaanaa kan qaban Ameerikaa fi Chaayinaan dhimmicharratti xiyyeeffannaan mari’achuuf ta’uun…
Kaabaa Awurooppaatti ‘’Dambaliin hoo’aa‘’ babal’achaa dhufuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Biyyoota Kaaba Awurooppaa fi Kaaba Dhiha Afrikaatti hoo’i olaanaan babal’achaa jiraachuun ibsameera.
Guyyoottan dhufan keessatti biyyoota Kaaba…
NATOn gaaffii miseensummaa Yuukreen yeroof kuffisuun Zeleniskiin dheekkamsiise
Finfinnee, Adoolessa 5, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Waadaa Waraana Kaaba Atileentiki gaaffii Yuukreen miseensa dhaabbatichaa ta’uuf dhiyeessite yeroof kan hin fudhanne ta’uu beeksise.…
Galmoota misooma waaraa milkeessuuf hawaasni addunyaa carraaqqii isaa dachaan akka dabalu gaafatame
Finfinnee, Adoolessa 4, 2015 (FBC)-Galmoota misooma waaraa milkeessuuf hawaasni addunyaa carraaqqii isaa dachaan akka dabalu Dhaabbannii Mootummoota Gamtoomanii gaafate.
Dhaabbanni…
Bidiruun namoota 200 feetee imalaa turte Odola Kaanaariitti achi buuteen ishee dhabame
Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Bidiruun namoota 200 feetee gara Ispeenitti imalaa turte Odola Kaanaariitti achi buuteen ishee dhabamuu ibsameera.
Hojiin barbaachaa itti fufuu…
Fooramiin hojii uumuu Afrikaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2015 (FBC)-Fooramiin Hojii Uumuu Afrikaa Finfinnee, galma Gamtaa Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramichi mata duree “Naannawaa daldala walabaa Ardii…
Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Muusaa Faakii waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa Dooktar Warqinaa Gabayyoon dhimma Sudaan ilaalchisee Komishinara Komishinii Gamtaa…
Jijjiiramni qabeenyaa qilleensaa hamaan mudachuu danda’aa-WHO
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) jijjiramni qabeenya qilleensaa hamaan Addunyaa irratti mudachuu akka danda’u ibse.
Daayrektarri Olaanaan…