Browsing Category
Idil Addunyaa
Walga’iin idilee ministiroota IGAD 48ffaan xumurame
Fifninnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Sudaan Kaartuumitti gaggeeffamaa kan ture walga’iin idilee Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) 48ffaan xumurameera.
Walga’ichi gabaasa…
Pireezidaantiin duraanii Chaayinaa addunyaa kanarraa du’aan boqotan
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Pireezidaantiin duraanii Chaayinaa Jiyaang Zeemiin guyyaa har’aa umriisaanii waggaa 96’tti addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Jiyaang Zeemiin dhibee…
Ameerikaan Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela furguggisuun dura sirna akeekkachiisa duraa kennu diriirsuufi
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)– Kooriyaa Kaabaarraa misaa’eloonni furguggifamuun dura sirna akeekkachiisa duraa kennu diriirsuuf ta’uu Ameerikaan beeksisfte.
Guyyaa kaleessaa…
Hongeen Kaalifoorniyaatti mudate wabii nyaataa Ameerikaa balaarraa buusa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Ameerikaa Naannawaa Bulchiinsaa Kaalifoorniyaatti balaa hongee waggoottan lamaan darban mudataniin oomisha midhaaniirraa galii argachaa turte Doolaara…
Kooriyaa Kibbaatti heelikooftarri kufuun lubbuun namootaa darbe
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Kooriyaa Kibbaa bulchiinsa Yaangiyaangii fi Gaangiwoonitti baalaa ibiddaa bosonaa mudate dhaamsuurraa kan ture heelikooftarri kufuun lubbuun namootaa 5…
Chaayinaan nageenyaa fi tasgabbii addunyaaf Kooriyaa Kaabaa waliin qindoominaan ni hojjetti –…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Chaayinaan nageenyaa fi tasgabbii addunyaaf Kooriyaa Kaabaa waliin qindoominaan hojjechuuf murannoo qabaachuu Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing…
Turki bakkeewwan 500 ta’an finciltoonni Kurdi ni argamuu jette haleelte
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Turki Iraaqii fi Sooriyaa keessa socho’u kan jettee finciltoota Kurdirratti haleellaa qilleensarraa gaggeessiteen bakkeewwan 500tti dhiyaatan rukutuu…
Raashiyaa fi Kuubaan hariiroo waloo cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Raashiyaa fi Kuubaan hariiroo waloo cimsuuf waliigalaniiru.
Pireezidaantiin Kuubaa Miiguweel Diyaaz-Kaaneel Bermuudeez Raashiyaatti daawwaannaa hojii…
Saa’ud Arabiyaan Arjantiinaa goolii 2 fi 1injifachuu hordofee guyyaan boruu gayyaa boqonnaa akka…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Mootiin Saa’ud Arabiyaa Saalmaan Biin Abdulaziiz gareen kubbaa miillaa Saa’ud Arabiyaa garee kubbaa miillaa Arjantiinaa goolii 2fi 1 injifachuu hordofee…
Tapha kubbaa Miilaa Waancaa Addunyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha kubbaa Miilaa Waancaa Addunyaa 22ffaa guyyaa har’aan taphoonni 4 ni gaggeeffamu.
Ramaddii 3ffaa jalatti kan ramadaman Arjentiinaafi Saa’ud…