Browsing Category
Idil Addunyaa
Peentaagoon Yuukreeniif deeggarsa Doolaara biiliyoona 1.2 taasiifte
Finfinnee, Caamsaa 2, 2015 (FBC) – Ministeerri Ittisaa Ameerikaa Yukreeniif deeggarsa waraanaa Doolaara biiliyoona 1.2 taasisuu beeksise.
Deeggarsichi Raayyaa Ittisaa Yuukreen cimsuuf…
MM Paakiistaan duraanii Imraan Kaan to’annoo jala oolan
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa Paakiistaan duraanii Imraan Poolisiin to’annoo jala oolaniiru.
Imraan Kaan yakka Malaammaltummaan shakkamuun Mana Murtiif…
Raashiyaan guyyaa Injifannoo ishee waggaa 78ffaa kabajaa jirti
Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Raashiyaan waraana addunyaa 2ffaarratti guyyaa Naazii Jarman itti injifatte waggaa 78ffaa kabajaa jiraachuu ibsameera.
Guyyaa injifannoo Addabaabayii…
Teeksaasitti dhukaasa giddugala gabaa keessatti banameen namoonni 8 ajjeefamuu ibsame
Finfinnee, Eebla 30, 2015 (FBC) – Ameerikaa kutaa Buclhiinsa Teeksaas giddu gala gabaa keessatti dhukaasa banameen yoo xiqaate namoonni 8 ajjeefamuu Poolisiin ibseera.
Namoonni 7 ammoo…
Ajaay Baangaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Dhalataan Hindii lammiin Ameerikaa Ajaay Baangaan Pireezidaantii Baankii Addunyaa ta’uun filatamaniiru.
Ogeessi Faayinaansii fi Invastimantii duraanii…
Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa Kireemiliin balali’aa turan haleeluu beeksifte
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa teessoo mootummaa Raashiyaa balali’aa turan haleeluun kuffisuu beeksifteerti.
Dirooniwwan kunneen magaala…
Ruwaandaatti balaa lolaan lubbuun namoota 109 darbe
Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Roobni cimaan lolaa fi sigiga lafaa qaqqabsiise Lixa Ruwaandaatti yoo xiqqaate lubbuu namoota 109 galaafachuu mootummaan biyyattii beeksiise.
Rooba cimaa…
Gamtichi humnoonni waraanaa Sudaan hatattamaan dhukaasa akka dhaabaniif waamicha dhiheesse
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC)- Gamtichi humnoonni waraanaa Sudaan hatattamaan dhukaasa akka dhaabaniif waamicha dhiheesseera.
Gamtichi dhimmicha ilaalchisuun ibsa baaseen, lammiileen…
Raashiyaan dhiyeessii Boba’aa ishee % 60 Gamtaa Awurooppaarraa gara Eeshiyaatti jijiiiruuf jedhame
Finfinnee, Eebla 24, 2015 (FBC) – Raashiyaan bara kana dhiyeessii Boba’aa ishee % 60 Gamtaa Awurooppaarraa gara Eeshiyaatti jijiiiruuf ta’uu Itti Aanaan Muummee Ministiraa biyyattii…
Waraanni Sudaan keessatti eegalame torbee 3ffaaf itti fufuun gaaga’amaa hamaa qaqqabsiisaa…
Finfinnee, Eebla 22, 2015 (FBC) – Waraanni Sudaan keessatti humna Waraanaa fi humna Addaa biyyattii gidduutti eegalame torbee 3ffaaf itti fufuun gaaga'amaa hamaa qaqqabsiisaa jiraachuu…