Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan Kiyeevitti haleellaa diroonii raawwachuun gabaafame
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2015 (FBC)- Raashiyaan Kiyeevitti haleellaa diroonii raawwachuun aanga’oonni magaalatti beeksisan.
Haleellichi Xiyyaaraa namleessaa “Kaamkazee” jedhamuun…
Chaayinaan muuxannoo misoomaa haaraa qindeessuun guddina eegaltee cimsitee itti fufti- Shii…
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Chaayinaan wixineewwan misoomaa haaraa fi muuxannoo qabdu qindeessuun guddina misoomaa eegaltee cimsitee itti fufti jedhan Pireezidaantiin Chaayinaa…
NATOn kallattiin Raashiyaa waliin waraana keessa yoo seene badii idil addunyaa qaqqabsiisa…
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Pireezidaantin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin Waraanni Waadaa Kaaba Atlaantik kallattiin Raashiyaa waliin waraana keessa yoo seene, badii idil addunyaa…
Piyoongiyaang Ameerikaa fi Kooriyaa Kibbaa akeekkachiifte
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2015 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa Misaa’eela fageenya dheeraa imalu Kiruuz jedhamu forgugsuun Ameerikaa fi Kooriyaa Kibbaa Akeekkachiifte.
Biyyattiin humna…
Miseensonni NATO Yuukreeniif meeshaa farra miisaa’elaa kennuuf waadaa galan
Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa NATO Yuukreeniif deeggarsa meeshaa farra miisaa’elaa taasisuuf waadaa galuu gabaafame.
Biyyoonni kunneen deeggarsa farra…
Addunyaarratti biyyoonni 54 yeroo hafuura fudhannaa liqii akka barbaachisuun ibsame
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Sadarkaa idil addunyaatti yoo xiqqate biyyoota guddataa jiran 54 dabalatee biyyoota Afrikaa Gammoojjii Sahaaraa gadii 25 hiyyummaa hammaataa keessa…
NATO’n Raashiyaa waliin waraana keessa seenuu amaneera-Meedveedeev
Finfinnee, Onkoloolessa 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Waadaa Waraanaa Atilaantik Kaabaa (NATO) Raashiyaa waliin waaraana keessa seenuu Barreessaan NATO Yoonsii Istoltanbarg kallaatti biraan…
Magaalaa Guddittii Yuukreen Keeyevitti haleellaan Misaa’eelaa raawwachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2015 (FBC) – Magaalaa Guddittii Yuukreen Keeyevitti haleellaan Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni biyyattii ibsan.
Handhuura magaalattiitti Misaa’eelli…
Muummeen Ministeeraa Hangaarii Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministeeraa Hangaarii Viiktoor Orbaan Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan.
Qoqqobbichi waraana Raashiyaafi Yuukireen…
Beelaarus haleellaan meeshaa waraanaa niwukilaraa akka yaaddessuun beeksiste
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015 (FBC) – Meeshaan Atoomikaa Ameerikaan Poolaandii qabdu haleellaa niwukilaraaf saaxiluunii akka danda’u Beelaarus ibsite.
Pireezidaantiin biyyattii…