Browsing Category
Idil Addunyaa
Turkitti balaa lolaa mudateen namoonni 16 yoo du’an hedduun achi buuteen dhabamuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Kibba Baha Turkii magaalota lama keessatti balaa lolaa mudateen lubbuun namoota 16 yoo darbu, hedduun achi buuteen dhabamuu gabaafame.
Magaaloota…
Kooriyaan Kaabaa torban keessatti misaa’ela 3ffaa dhukaaste
Finfinnee, Bitooteessa 7, 2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa torban tokko keessatti misaa’ela baalaastikii fageenya dheeraa 3ffaa dhukaasuun gabaafame.
Misa’eela amma dabalatee torban tokko…
Afrikaan gibira dhoksuun waggaatti hanga Doolaara Biiliyoona 60 ni dhabdi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Afrikaan sababa gibira dhoksuun waggaa waggaan Doolaa biiliyoona 40 hanga Doolaara Biiliyoona 60 kan dhabdu ta’uu Ittaantuun Hojii Raawwachiistuu…
Ameerikaan Raashiyaan diroonii koo rukutte jechuun komatte
Finfinnee, Bitootessa 6, 2015(FBC)- Ameerikaan Raashiyaan diroonii koo jeettii waraanaan rukutuun Garba Gurraacha keessatti kufiste jechuun komatte.
Ameerikaan jeettiin waraanaa Raashiyaa…
Maalaawiitti Obomboleessi Rooba makate lubbuu lammiilee 100 galaafachuu dhaga’ame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2015 (FBC) – Maalaawiitti Obomboleessi cimaan Rooba makate lubbuu lammiilee 100 galaafachuu gabaafameera.
Obomboleessi 'Maalaawii Fireedii' jedhamu magaalaa…
Shii Jiinpiing Pireezidaantii Chaayinaa ta’uun irra deebiin filataman
Finfinnee, Bitootessa 1, 2015(FBC)- Shii Jiinpiing Pireezidaantii Rippaabilikaa Uummata Chaayinaa ta’uun irra deebiin filatamuu ibsame.
Shii Jiinpiing biyyattii hogganuu dabalataan Dura…
Raashiyaan magaaloota Yuukreenirratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni Yuukreen ibsan
Finfinnee, Guraandhala 30, 2015 (FBC) – Raashiyaan Kiiyeviin dabalatee magaaloota Yuukreenirratti haleellaa Misaa’eelaa raawwachuu aanga’oonni Yuukreen beeksisan.
Haleellaa kanaan…
Jarman Chaayinaa akeekkachiifte
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015(FBC)- Chaansilarri Jarman Oolaaf Shuulz Chaayinaan dhimma Raashiyaafi Yuukreen gidduu kan seentu yoo ta’e qoqobbiin kan ishee eeggatu ta’uu akeekkachiisan.…
Chaayinaan kuufama gaaziifi boba’aa guddaa argachuu beeksiste
Finfinnee, Guraandhala 25, 2015(FBC)- Chaayinaan kuufama gaaziifi boba’aa guddaa ta’e argachuu beeksisteetti.
Kuufamni gaaziifi boba’aa kun naannawaa maddisiisa boba’aa Boozhoong 26-6…
Boolaa Tiinuubuun Pireezidaantii Naayijeeriyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Guraandhala 22, 2015(FBC)- Filannoo pireezidaantummaa Naayijeeriyaatti gaggeeffameen Boolaa Tiinuubuun Pireezidaantii haaraa biyyattii ta’uun filatamuu gabaafameera.…