Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan madda waraanaa ta’uurraa of qusachuu qabdi- Chaayinaa
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015(FBC)- Ameerikaan madda waraanaa addunyaa ta’uurraa of qusachuu qabdi jechuun Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Waang Weenbiin dubbatan.
Dubbii…
Jijjiiramni qilleensaa fayyaa namaa fi biqilootaa miidhaa jira
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Jijjiiramni qabeenya qilleensaa fayyaa dhala namaafi biqiloota magaalootaarraatti miidhaa qaqqabsiisaa jirachuu qorannoon tokko ifoomse.
Qorannichi…
Raashiyaan biyyoota Afrikaaf xaa’oo bilisaan dhiyyeessuufi
Finfinnee, Fulbaana 10, 2015 (FBC) – Raashiyaan biyyoota Afrikaaf xaa’oo bilisaan dhiyyeessuuf jedhame.
Warshaan Omisha Xa’oo Yuuraalcheemii Raashiyaa biyyoota Afrikaaf omisha bilisaan…
DhMG uggurri viizaa Gamtaan Awurooppaa lammiilee Raashiyaarra kaa’e sirrii miti jechuun qeeqe
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii uggurri viizaa Gamtaan Awurooppaa lammiilee Raashiyaarra kaa’e sirrii kan hin taane ta’uu ibse.
Wayita waldhabdeen…
Ameerikaan Taayiwaaniin haleellaa Chaayinaa irraa ni ittisti- Joo Baayidan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015(FBC)- Chaayinaan Taayiwaan irratti haleellaa kan raawwattu yoo ta’e Ameerikaan Taayiwaanii haleellicharraa kan ittistu ta’uu Pireezidaantiin Ameerikaa Joo…
Keeniyaa bulchiinsa Marsabeetitti hongee hamaan muudachuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) - Kaaba Keeniyaa bulchiinsa Marsabeetti hongee hamaa muudachuun jiraattoonni beelaaf saaxilamu ibsameera.
Dhaabbanni hongee biyyaleessa to’atu (NDMA)…
Chaayinaan talaallii Covid afaan ykn funyaaniin fudhatamu oomishte
Finfinnee, Fulbaana 7, 2015 (FBC) – Chaayinaan talaallii Covid- 19 afaaniin ykn funyaaniin gara keessatti fudhatamu akka hojiirra oolu gochuun biyya jalqabaa taateerti.
Talaallii kana kan…
Ameerikaan Yuukireeniif misaa’ela kenninaan ofin ittisa jette Raashiyaan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Ameerikaan Yuukireeniif misaa’ela fageenya dheeraa furguggifamu yoo kennite, filmaata kamiyyuu akka fayyadamtu Raashiyaan akkeekachiifte.
Dubbi Himaan…
Waliigaltee niwukilaaraaf qoqqobbiiwwan ka’uu qabu-Iraan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Iraan Adurrahmaan Raayis waliigaltee niwukilaaraa irra ga’uuf Ameerikaan qoqqoobbiwwan keesse kaasuu akka qabdu himan.
Pireezidaantiin…
Yaa’iin Ministirootaa Afrikaa 18ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 6, 2015(FBC)- Yaa’iin Ministirootaa Afrikaa 18ffaan Seeneegaal Daakaaritti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichaan dhimmoota fayyaa, wabii nyaataa, anniisaa, qaala’iinsa gatii…