Browsing Category
Idil Addunyaa
Eertiriyaa fi Keeniyaan daldala, Invastimantii fi haala viizaa malee sochu’uun…
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Eertiriyaa fi Keeniyaan daldala, Invastimantii fi haala lammiileen biyyoota lamaanii viizaa malee sochu'uu danda'anurratti waliigalaniiru.
Pireezidaantiin…
Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwannaaf Asmaraa galan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon daawwannaa hojiif guyyaa har’aa Eertira Asmaraa galaniiru.
Pireezidanti Wiiliyaam afeerraa gita isaanii…
Humnoonni waraanaafi siiviilii Sudaan gaaga’ama siyaasaa hambisuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Humnoonni waraanaafi siiviilii Sudaan gaaga’ama siyaasaa biyyattii hambisuuf waliigaltee waliif mallatteessan.
Humnoonni lameen waliigaltee waldhabdee…
Raashiyaan murtoo Gamtaan Awuuroppaa gatii boba’aarratti baase hin fudhadhu jette
Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Raashiyaan murtoo Gamtaan Awuuroppaa gatii boba’aarratti baase kan hin fudhanne ta’uu beeksifte.
Minseensonni Gamtaa Awuroppaa Raashiyaan oomisha…
Walitti bu’iinsi biyyoota Niwukilara hidhatan gidduutti uumamu badiisa idil addunyaatti geessa-…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Walitti bu’iinsi biyyoota Niwukilara hidhatan gidduutti uumamu badiisa idil addunyaatti kan geessu ta’uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee…
Hogganaan ‘IS’ Abbuu Al Hasan Al Hashiim Al Quraashiin ajjeefame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) - Hogganaan garee shororkeessaa ‘ISIS’ garichaan Kaaliif jedhamee waamamu Abbuu Al Hasan Al Hashiim Al Quraashiin ajjeefamuu gabaafame.
Abbuu Al Hasan Al…
Walga’iin idilee ministiroota IGAD 48ffaan xumurame
Fifninnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Sudaan Kaartuumitti gaggeeffamaa kan ture walga’iin idilee Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) 48ffaan xumurameera.
Walga’ichi gabaasa…
Pireezidaantiin duraanii Chaayinaa addunyaa kanarraa du’aan boqotan
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Pireezidaantiin duraanii Chaayinaa Jiyaang Zeemiin guyyaa har’aa umriisaanii waggaa 96’tti addunyaa kanarraa du’aan boqotan.
Jiyaang Zeemiin dhibee…
Ameerikaan Kooriyaan Kaabaa Misaa’ela furguggisuun dura sirna akeekkachiisa duraa kennu diriirsuufi
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)– Kooriyaa Kaabaarraa misaa’eloonni furguggifamuun dura sirna akeekkachiisa duraa kennu diriirsuuf ta’uu Ameerikaan beeksisfte.
Guyyaa kaleessaa…
Hongeen Kaalifoorniyaatti mudate wabii nyaataa Ameerikaa balaarraa buusa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Ameerikaa Naannawaa Bulchiinsaa Kaalifoorniyaatti balaa hongee waggoottan lamaan darban mudataniin oomisha midhaaniirraa galii argachaa turte Doolaara…