Browsing Category
Idil Addunyaa
Erga waraana Raashiyaa fi Yuukireenii Putiinii fi Shi Jiinpiingi yeroo jalqabaaf walarguufi
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Raashiyaa Vilaadmir Puutinii fi Pireezidaantiin Chaayina Shi Jiinpiingii torbee dhufuu Uzbeekistinitti kan gaggeeffamuu yaa’ii Dhabbataa…
Raashiyaan biyyoonni Lixaa kan waadaa seenan “Qoqobbii loojistiksii“ hinkaasne jechuun qeeqxe
Finfinnee, Qaammee 2, 2014 (FBC)- Raashiyaan oomisha miidhaanii fi xaa’oo addunyaaf akka dhiyeessituuf biyyoonni Lixaa waada seenan hinkabajne jedhan Ministirri Dhimma Alaa Raashiyaa Saargee…
Liiz Tiruus Muummee Ministiraa Ingiliz ta’uun muudaman
Finfinnee ,Qaammee 1,2014 (FBC)- Ga’eettiin ganna 47 Liiz Tiruus Muummee Ministiraa Biriiteen ta'uun mootittii Elzaabeetiin muudaman.
Aangoo gadi lakkisuu Muummee Ministiraa Booris…
Liiz Tiruuss Muummee Ministiraa Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uun filataman
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) –Liiz Tiruus Muummee Ministeera Biriiteen yeroo itti aanuu ta’uun filatamaniiru.
Liiz Tiruus morkataa ishee Riishii Suunaak injifachuun…
Manni Murtii Keeniyaa himannaa Raayilaa Oodiingaa kufaa taasiise
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Keeniyaa himannaa Raayilaa Oodiingaan bu'aa filannoon walqabatee dhiyeessan kufa taasiiseera.
Manni Murtichaa himata…
Jarman dhiibbaa baasii Aanniisaa hir’isuuf Yuuroo biiliyoona 65 ramadde
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Jarman dhiibbaa baasii Aanniisaa dandamachuuf Yuuroo biiliyoona 65 ramaduu beeksiifte.
Wayita biyyoonni Awurooppaa sababa waraanaa Raashiyaa fi…
Paakistaanitti balaan lolaa muudate lubbuu namoota 1100 fi qabeenya beelladaa kuma 794 galaafate
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Paakistaanitti balaan lolaa muudate hanga ammaatti lubbuu namoota kuma 1 fi 100 fi qabeenya beelladaa kuma dhibba 7 fi kuma 94 galaafachuu ibsame.…
Yeroon turtii aangoo mootummaa Sudaan Kibbaa waggoota 2’f dheereffame
Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Yeroon turtii aangoo mootummaa Sudaan Kibbaa waggoottan ittaanan 2’f akka dheeratuuf murtaa’uu Komishiniin Hordoffiifi To’annoo Haaromsa Waloo biyyattii…
Raashiyaan deeggartoota uggura Ameerikaatti boba’aa koo hinkennu jette
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC)– Raashiyaan biyyoota daangessa gatii boba’aa Ameerikaan dhiyaate deeggaraniif boba’aa ishee akka hindhiyeessineef beeksiste.
Dhiyeenya marii ‘Gareewwan…
Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa Zaambiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 1.3 raggaasise
Finfinnee, Hagayya 26, 2014(FBC)- Dhaabbanni Maallaqaa Addunyaa (IMF) Zaambiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 1.3 raggaasisuu gabaafame.
Liqichi diinagdee biyyattii tasgabbeessuufi guddina…