Browsing Category
Idil Addunyaa
Raashiyaan hoggantoota olaanoo Ayarlaand 52 irra qoqqobbii keesse
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Raashiyaan bakka buutotaafi hoggantoota olaanoo Ayarlaand 52 irra qoqqobbii kaa’uu gabaafame.
Biyyattiin bakka buutotaafi hoggantoota olaanoo Ayarlaand…
Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa Ameerikaa 2024 irratti kan dorgoman ta’uu beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin duraanii Ameerirkaa Doonaald Tiraampi filannoo Pireezidaantummaa biyyattii 2024 irratti kan dorgoman ta’uu beeksisaniiru.
Doonaald…
Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 eegalame
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015 (FBC) – Yaa’iin Biyyoota miseensa garee 20 17ffaan Indooneezyiyaa Baaliitti eegalameera.
Yaa’ichi mata duree ‘tokkummaan haa dandamannu, yaa cimnu’ jedhuun kan…
Chaayinaa fi Ameerikaan nageenya waaraa addunyaaf biyyoota biroo waliin qindoominaan hojjechuu…
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Chaayinaa fi Ameerikaan nageenya waaraa addunyaaf biyyoota biroo waliin qindoominaan hojjechuu qabu jedhan Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpingi.…
Moozaambiik yeroo jalqabaaf gaazii Uumamaa Biriitaaniyaatti ergite
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015 (FBC) – Moozaambiik yeroo jalqabaaf Gaazii Uumamaa Biriitaaniyaatti erguu himame.
Moozaambiik har’a yeroo jalqabaaf Gaazii uumamaa alatti arguun seenaa addunyaa…
Xiyyaaronni waraana Addunyaa 2ffaarratti hirmaatanii turan walitti bu’anii kufuu gabaafame
Finfinnee, Sadaasa 5, 2015(FBC)- Xiyyaaronni boombii darbatan waraana Addunyaa 2ffaarratti hirmaatanii turan lama walitti bu’anii kufuu gabaafame.
Xiyyaaronni kunneen walitti kan bu’an…
Pireezidaanti Joo Baayidan Pireezidaanti Shii Jiinpiing waliin mari’achuufi
Finfinne,Sadaasa 2 ,2015 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiing waliin mari’achuuf ta’uu ibsame.
Pireezidaantoonni lameen yeroo jalqabaaf…
Gamtaan Awurooppaa Doolaara biiliyoona 18 Yuukreenif liqaan kennuufi
Finfinnee, Sadaasa 1, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa Doolaara biiliyoona 18 Yuukreeniif liqaa yeroo dheeraan kennuuf karoorfachuu beeksiise.
Liqaan laatamuuf karoorfame kun waggoota 35…
Ameerikaafi Raashiyaan oomisha Niwukilaraa hir’isuuf marii eegaluufi
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015 (FBC)- Ameerikaafi Raashiyaan oomisha meeshaalee niwukilaraa hir’isuuf marii eegaluuf ta’uu gabaafame.
Dippiloomaatonni biyyoota lameenii dhimmicharratti…
Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf deeggarsa meeshaa waraanaa hin taasifne jechuun haalte
Finfinnee, Onkololeessa 29,2015 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Raashiyaaf deeggarsa meeshaa waraanaa kan hin taasifne ta’uu beeksifte.
Himannaa Ameerikaan biyyattiin Raashiyaaf deeggarsa…