Browsing Category
Idil Addunyaa
Waraanni Somaaliyaa qaamolee Moqaadishootti haleellaa raawwatan injifachuu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Waraanni Somaaliyaa qaamolee magaalaa Moqaadishoo seenuun Hoteelarratti haleellaa raawwatan injifachuu beeksiseera.
Magaalaa Moqaadishoo Hoteela Hayaat…
Balaa Ibidda Bosonaa Aljeeriyaatti muudateen lubbuun namoota 26 darbe
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Balaa Ibidda Bosonaa Kaaba Aljeeriyaatti muudateen yoo xiqqaate lubbuun namoota 26 darbuu fi hedduurra miidhaan qaamaa qaqqabuu ibsameera.
Ministira…
Awurooppaatti hongeen tajaajila geejjibaa galaanarraa danquu gabaafame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Hongeen Awurooppaatti mudate tajaajila geejjiba galaanarraa danquu gabaafame.
Ardichatti sababa hongeen hangi bishaan haroowwaniifi laggeenii hir’achuun…
Chaayinaafi Raashiyaan shaakala loltummaa waloo gaggeessuufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Chaayinaafi Raashiyaan Shaakala loltummaa waloo gaggeessuuf ta’uu gabaafameera.
Humni Waraana Chaayinaa Shaakala loltummaa tarsiimawaa Voostook 2022…
Joo Baayidan wixinee jijjiirama qabeenya qilleensaa fi fayyaaf dhiyaate mallateessan
Finfinnee, Hagayya 11, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidan wixinee Doolaara biiliyoona 700 jijjiirama qabeenya qilleensaa fi eegumsa fayyaaf gaafatame hojiirra akka ooluuf…
Kooriyaan Kaabaa Kiruuz Miisaa’elii 2 furguggisuu gabaafame
Finfinnee, Hagayya 11,2014 (FBC)- Kooriyaan Kaabaa Kiruuz Miisaa’elii 2 furguggisuu gabaafame.
Biyyattiin Kiruuz Miisaa’elii 2 gara qarqara galaana keellootti furguggisuu tajaajilli oduu…
Odiingaan bu’aa filannoo kan hin fudhanne ta’uu dubbatan
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Bu’aa filannoo Pireeziddaantumma Keeniyaa kaleessa ifoome kan hin fudhanne ta’uu kaadhimamaa kan turan Raayilaa Odiingaan ibsan.…
Sudaanitti balaa lolaan lubbuun namoota 52 darbe
Finfinnee, Hagayya 10, 2014 (FBC) – Sudaanitti balaa lolaa muudateen lubbuun namoota 52 darbuu Aanga’oonni biyyattii beeksiisaniiru.
Manneen kumni 8 fi 170 ol barbada’uus…
Bu’aan filannoo Keeniyaa ifoome
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Wiiliyaam Saamoo’ii Ruutoon filannoo Pireezidaatummaa Keeniyaa injifataniiru.
Komishiniin Filannoo Keeniyaa bu’aa filannoo biyattii har'a ifoomseera.…
Raashiyaan Hariiroo Kooriyaa Kaabaa waliin qabdu cimsite itti fufti – Putiin
Finfinnee, Hagayya 9, 2014 (FBC) – Raashiyaan Hariiroo waloo Kooriyaa Kaabaa waliin qabdu cimsitee kan itti fuftu ta’uu Pireezidaanti Putiin ibsan.
Pireezidaantiin…