Fana: At a Speed of Life!

Daandiin qilleensichaa balallii eebbaan duraa gara Dabra Maarqositti eegale

Finfinnee,Waxabajjii 6, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii eebbaan duraa har’a gara magaalaa Dabra Maarqositti eegaleera.

Eegaluun balallichaa jiraattoota, imaltootaa fi hojjettootaa daandii qilleensichaaf gammachuu olaanaa uumeera.

Sosochii daldalaa fi misoomaaf carraa haaraa uuma jedhamuu AMC gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.